Monthly Archives: December 2017

Hatattamaan Waan Godhamuu Qabuu

Hatattamaan Waan Godhamuu Qabuu Damee Boruutiin Dirmaan OPDO fi TPLF baatii muraasaa akka dinqitti of mul’isaa ture doksaan dhukana keessatti raawwate. “Hima dideen du’a hin didu “, akkuma  jedhan  warri dirmaa kana hubachuu dandeenyu amma nuuf danda’ametti uummata  keenyaaf ibsuu… Read More »

Sabaaf Qabsaawuu fi Maqaaf Qabsaawuun Wal Hin Miilan.

Qixxeessaa Lammii | Muddee 31, 2017 Goototni sabaaf qabsaawan saba isaanitti maqaa horuuf malee ofitti maqaa horuuf hin qabsaawan. Osoo arganii fi dhagahan ibidda diinaatti kan deeman lubbuu ofii jibbanii osoo hin taane kabajaa saba isaaniif argaamsiisuuf lubbuu jijjiirraa hin… Read More »

Dhumaatiin Calanqoo Lammaffaa isa Dhumaa Tahuu Qaba!

Dhumaatiin Calanqoo Lammaffaa isa Dhumaa Tahuu Qaba! (repost) Damee Boruu irraa Seenaan deebisee of agarsiisa akkuma jedhan hammenyi dhumaati Calanqoo Jaaraa tokko dura tahe har’a ija keenya dura itti yaroo lammattaa deebi’ee yaroo tahu gadda guddaa wajjin  argaa jirra. Dhumaatiin… Read More »

ABO: Dhaamsa Waggaa Haaraa 2018

ABO: Dhaamsa Waggaa Haaraa 2018 Adda Bilisummaa Oromoo Irraa For Amharic Version Click Here Kabajamaa Ummata Oromoo, biyya kee irratti Abbaa tahuuf Qabsoo Bilisummaa finiinsaa jirtu, Qeerroo Bilisummaa Oromoo, gabrummaatti xumura gochuuf diina sarduu irratti argamtu, Miseensota ABO kaayyoo ummata… Read More »

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Muddee 31, 2017 – Happy New Year!

SBO Mudde 31,2017. Oduu fi Dhaamsa ABO Bara Haaraa 2018 fi Amajjii 1 Guyyaa WBO ilaalchisuun darbe

Oduu gara garaa – Mudee 30, 2017

Duulli Waraana “Poolisii Liyuu hayilii” Somaalee fi Waraana Agaazii Wayyaaneen Uummata Oromoo Godinaalee Oromiyaa Bahaa, Kibbaafi Kibba Bahaatti baname Itti fufinsaan gaggeeffamaa jira. Waraanni Agaaziin Wayyaanee Poolisoota Kora bittinneessaa Oromiyaafi Milishoota Oromiyaa Daangaafi kallatti waraanni uummatarratti banamee jiruu irraa humnaan… Read More »

Obbo Lammaa Magarsaa Itiyoophiyummaaf maaltu akkas isaan belbelcha?

Garee Mo’u | Muddee 30, 2017 Kutaa – II Erga Minilik fedhii uummataan osoo hin taanee humna waraanaan Itiyoophiyaa har’a jirtu kana gadi dhaabee jalqabee, mootummooti Itiyoophiyaa angootti dhufan hundi, Itiyoophiyummaa fi tokkummaa Itiyoophiyaa kan hin lallabin hin jiran. Mootummaan… Read More »

OPDO Irraa Jijjiirama Eeguun Lafa Loon Hinoollee Dikee Barbaaduudha!

OPDO Irraa Jijjiirama Eeguun Lafa Loon Hinoollee Dikee Barbaaduudha   Qeerroo Bilisummaa Oromoo Mudde 29, 2017 (Qeerroo) — Finfinnee, Oromiyaa Qamadiif Garbuun ingirdaada, Daagujjaan Gargaaraa, Bisingaan Siphoo akka qabu namuu beeka. Akkasuma qabsoon Oromoo quucarsitoota qabsoof gantuu qabaachuu addaan baasee… Read More »

ወጣቶች — ቄሮ-የወጣቶች ንቅናቄ?

ወጣቶች — ቄሮ-የወጣቶች ንቅናቄ? (DW) — ባለፉት ሁለት ዓመት በላይ በኢትዮጵያ በተለይም በኦሮሚያ ክልል በሚደረጉ ተቃውሞዎች አንድ ሥም ጎልቶ ይሰማል። «ቄሮ!»። ከኅዳር 2008 ዓ.ም.ጀምሮ ወደ 1,500 ሰዎች በተገደሉበት ተቃውሞ የተሳተፉ ወጣቶች ስለ እንቅስቃሴያቸው ምን ይላሉ? የ27 አመቱ ወጣት በትውልድ ቀዬው… Read More »