Daily Archives: December 31, 2017

Hatattamaan Waan Godhamuu Qabuu

Hatattamaan Waan Godhamuu Qabuu Damee Boruutiin Dirmaan OPDO fi TPLF baatii muraasaa akka dinqitti of mul’isaa ture doksaan dhukana keessatti raawwate. “Hima dideen du’a hin didu “, akkuma  jedhan  warri dirmaa kana hubachuu dandeenyu amma nuuf danda’ametti uummata  keenyaaf ibsuu… Read More »

Sabaaf Qabsaawuu fi Maqaaf Qabsaawuun Wal Hin Miilan.

Qixxeessaa Lammii | Muddee 31, 2017 Goototni sabaaf qabsaawan saba isaanitti maqaa horuuf malee ofitti maqaa horuuf hin qabsaawan. Osoo arganii fi dhagahan ibidda diinaatti kan deeman lubbuu ofii jibbanii osoo hin taane kabajaa saba isaaniif argaamsiisuuf lubbuu jijjiirraa hin… Read More »

Dhumaatiin Calanqoo Lammaffaa isa Dhumaa Tahuu Qaba!

Dhumaatiin Calanqoo Lammaffaa isa Dhumaa Tahuu Qaba! (repost) Damee Boruu irraa Seenaan deebisee of agarsiisa akkuma jedhan hammenyi dhumaati Calanqoo Jaaraa tokko dura tahe har’a ija keenya dura itti yaroo lammattaa deebi’ee yaroo tahu gadda guddaa wajjin  argaa jirra. Dhumaatiin… Read More »

ABO: Dhaamsa Waggaa Haaraa 2018

ABO: Dhaamsa Waggaa Haaraa 2018 Adda Bilisummaa Oromoo Irraa For Amharic Version Click Here Kabajamaa Ummata Oromoo, biyya kee irratti Abbaa tahuuf Qabsoo Bilisummaa finiinsaa jirtu, Qeerroo Bilisummaa Oromoo, gabrummaatti xumura gochuuf diina sarduu irratti argamtu, Miseensota ABO kaayyoo ummata… Read More »