Daily Archives: January 1, 2018

Oromo Voice Radio (OVR) Broadcasts- 1 January 2018

Kun tamsaasa RSO Amajjii 1 bara 2018 ti.Tamsaasa har’aa keessatti Oduu fi Qophii Xiyyeeffannoo qabannee dhiyaanne. Itti dhiyaadha! ========================== Oromo Voice Radio broadcasts to Oromia on Wednesdays, Saturdays and Mondays at 7:00 PM local time at 16 MB or 17850… Read More »

Qeerroo WBOf ittii mudii qeerroo bilisumaa oromoo ololtuuf gantuuf guraa inkeeninuu yoomu!!!!!

Qeerroo WBOf ittii mudii qeerroo bilisumaa oromoo ololtuuf gantuuf guraa inkeeninuu yoomu!!!!! Amajii tokko guyyaa waraana bilisummaa Oromoo(WBO) January 1 Oromo liberation Army day( OLA) Baga geessaan WBO!!  

B A G A  I T T I I N   I S I N  G A H E ! … WBO Koof …..

…. WBO koof …. Egeree keenya wabii Oromiyaa Kakaachiftuu nafxanyaa Namummaa har’a sarbamneef Nuu deebiftuu nageenyaa Warra garaa hidhattanii Kaayyoo uummataaf bobbaatan Warra ilkaan gammoojjiif Soorrata guyyuu taatan Lafeekoo lafee borii WBO koo yaa Leenca bosonaa Jaallan qaqqaalii dhabaa Kan… Read More »

“Akka isa duraas mitii, akka isa boodaas mitii, akkuma isa gidduutti na nyaadhu jette baaqilaan”

“Akka isa duraas mitii, akka isa boodaas mitii, akkuma isa gidduutti na nyaadhu jette baaqilaan” Camadaa Hundee irraa Namicha karaa deemutu akka malee beela’ee otoo jiruu, baaqilaa asheetetti dhufe. Akkuma asheeta baaqilaa argateen otuma qola isaa keessaa hin baasiin wajjinuma… Read More »