Daily Archives: January 4, 2018

QEEYROO OROMOO 1979

QEEYROO OROMOO 1979 Abbaa Urjii irraa Kalees boorumaa arraas boorumaa Qeeyroon Oromoo didde gabrummaa Tokkummaan jatti yaa bilisummaa! Zinnaarri guutuu billawni qaraa Farra walqixxummaa isaanii muraa Qeeyroon Oromoo tokkoo kumaa gayaa Addarra malee duuyda hin dhawamtuu Daaraa godhuu malee diina… Read More »

SBO Sagalee Bilisummaa Oromo, Amajjii 5, 2018

SBO Sagalee Bilisummaa Oromo, Amajjii 5, 2018 SBO Amajjii 05,2018. Oduu, Ibsa ABO fi Gaaffii fi deebii Art.Oromoo miseensota WBO ta’an sadan waliin goone ku taa sadaffaa

FEDERALISM AND THE URGENCY OF CO-EXISTENCE

FEDERALISM AND THE URGENCY OF CO-EXISTENCE By: Yared Terfassa | January 4, 2018   In a recent posting on ZeHabesha website, Prof. Alemayehu G.  Mariam presented what he dubbed as his “provocative and thoughtful argument and analysis” of ethnic federalism.… Read More »

Yakka Dhala Namaa Irratti Dalagamu Dhaabsisuu Malee Bakkaa fi Akkaataa Yakka Itti Dalagan Jijjiirrachuudhaan Furmaatni Hin Dhufu

Yakka Dhala Namaa Irratti Dalagamu Dhaabsisuu Malee Bakkaa fi Akkaataa Yakka Itti Dalagan Jijjiirrachuudhaan Furmaatni Hin Dhufu (Ibsa ABO Amajjii 04, 2018) Amharic Version – PDF EPRDF waggaa 27 dura humna waraanaan mootummaa Dargii fonqolchee waggaa 27 guutuu humna waraanaan… Read More »

SQ Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromo, Amajjii 4, 2018

SQ Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromo, Amajjii 4, 2018

Tarsiimoo fi Tooftaa Qabsoo Haala Yaroo!

Tarsiimoo fi Tooftaa Qabsoo Haala Yaroo! ABO haala baayyee ulfaataa fi xaxxamaa tahe keessa wagaa kudhan arfan kana itti ciccee qabsoo bilisummaa Sabaa Oromoo abbaa dhuunfaa qabsichaa kan tahe uummta Oromoon gahee jira.Kana jechuun har’a itti gaafatamni guddaan ABO irraa… Read More »

Does the Ethiopian Government Mean to Release Political Prisoners and Close down the Notrouse Ma’ikelawi Prison, the Ethiopian Guantanamo?

Does the Ethiopian Government Mean to Release Political Prisoners and Close down the Notrouse Ma’ikelawi Prison, the Ethiopian Guantanamo? HRLHA Statement January 4, 2018 The Human Rights League of the Horn of Africa (HRLHA) cautiously welcomes the Ethiopian  government’s announcement… Read More »

What are Characteristics of the Pathological Liar

6 Subtle Characteristics of The Pathological Liar By Támara Hill, MS, LPC ~ 6 min read (Psych Central) — Have you ever communicated with a person who seemed to live in a fantasy world where everything said felt false or exaggerated?… Read More »

Ethiopia is building a new Ma’ikelaawwi

Ethiopia is building a new Ma’ikelaawwi Maa’ikelaawwii haaraan kan ilmaan namaa itti dararamuuf jiru Kutaa Bulchiinsa Aqaaqii keessatti ijaaramaa jira. አድሱ ማዕከላዊ አቃቂ ክ/ከተማ እየተገነባ ነው New Ma’ikelawi is being bulit in Aqaqi Subcity. Photo by Gemechis Asfaw My people,… Read More »