Daily Archives: January 7, 2018

ሱዳን ከኤርትራ ጋር የሚያዋስናትን ድንበር ዘጋች

DW, አፍሪቃ  | January 07, 2018 ሱዳን ከኤርትራ ጋር የሚያዋስናትን ድንበር ዘጋች ሱዳን በምስራቃዊው የሀገሪቱ ክፍል ከኤርትራ ጋር የሚያዋስናትን ድንበር ዘጋች፡፡ የድንበር መዝጋቱ እርምጃ የተሰማው ፕሬዝዳንት ኦማር ሀሰን አልበሽር ከኤርትራ ጋር በምትዋሰነው የከሰላ ግዛት የአስቸኳይ ጊዜ አዋጅ ከደነገጉ ከሳምንት በኋላ… Read More »

Qophii Gaaddisa Dhugaa-Amajjii 6, 2018 Gaaffiif Deebii Artistoota

Qophii Gaaddisa Dhugaa-Amajjii 6, 2018 Gaaffiif Deebii Artistoota Dargagoota Oromoo Fincila Xumura Gabrummaa Irratti Hirmaataa Turanii Amma Yaroo Kana WARAANA BILISUMMAA OROMOO (WBO)tti Dabalaman Waliin Taasifame -Kutaa 1ffaa dha.

OVR Oromo Voice Radio, January 6, 2018

 

SBO Sagalee Bilisummaa Oromo, Amajjii 7, 2018

SBO Amajjii 7, 2018. Oduu, Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo, “Ejjennaa Balleessinu malee hin bannuu TPLF dhugoom e” mata duree jedhu jalatti Barruu maamila keenya Simbirtuu Dhugaa irra nudhaqqabe fi Gaaffii fi Deebii Artistoota Mis eensota Waraana Bilisummaa Oromoo Jaal Jaalataa… Read More »

FAKKAACHUUN TA’UU HIN TA’U!

Qixxeessaa Lammii | Amajjii 07, 2018 Fakkaachuu fi ta’uun tokko ta’uu hin danda’u. Garaa garummaa guddatu jechoota kana lamaan gidduu jira. Wanneen uumaadhaan wal fakkaatanheduudha. Wal fakkkaatuu bira taranii tokko ta’uu garuu hin danda’an. Abbaan daadhii dhugeef ilma afaan hin… Read More »

Hundee Dagaaginaa Odaa Hullee (HDOH)

Hundee Dagaaginaa Odaa Hullee (HDOH) Odaa Hullee Development Foundation (OHDF) Ijaarsa Gadaa Odaa Hullee Odaan Hullee Odaalee Oromoon jalatti seera tumataa ture keessaa isa tokko. Gadaa bara dheeraaf addaan cite kana qorannaafi qophii hedduun booda haala haaraan iddoo isaatti deebisuuf… Read More »