Daily Archives: January 10, 2018

Oromo Voice Radio (OVR) Broadcasts – 10 January 2018

Oromo Voice Radio (OVR) Broadcasts – 10 January 2018 Kun tamsaasa RSO Amajjii 10 bara 2018 ti.Tamsaasa har’aa keessatti Oduu fi Qophii Mala Jireenyaa -kutaa lammaffaa gaaffii fi deebii Ob Danaboo Waariyoo waliin taasifame qabannee dhiyaanne. Itti dhiyaadha!

WAL GAHIIN TPLF KAN GUYYOOTA 18 FUDHATE ITTI BAHA HAMAAN GOOLABAME

Qixxeessaa Lammii | Amajjii 10, 2018 Sirna cunqursaa bara 27f ummattoota biyyattii addatti ummata Oromoo irratti fe’atte ittiin hacuucaa turte ammallee irra deebitee haarahoomfattee bara 18f itti fufuuf akka murteeffattee gadiin baate labsiin baafte ragaa dha. Taayitaa qawween qabatan qawween… Read More »

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Amajjii 10, 2018

SBO Sagalee Bilisummaa Oromo, Amajjii 10, 2018 SBO Amajjii 10,2018. Oduu, Ijoo Dubbii ABO fi Gabaasa sirna kabaja Guyyaa WBO Amajjii 1/2018 Jiddugala Mooraa Leenjii WBOtti kabajamee ilaallatuu fi SBO Sagantaa Afaan Amaaraa.