Daily Archives: January 11, 2018

SBO Sagalee Bilisummaa Oromo, Amajjii 12, 2018

SBO Amajjii 12, 2018. Oduu, Gabaasaa Sirna kabaja guyyaa WBO Amajjii 1, 2018 Jiddugala Mooraa leenjii WBOtti geggeeffamee fi Gaaffii fi Deebii Artistoota Miseensota WBO waliin taasifne Kutaa 5ffaa.

Uummata Oromoo Oromiyaa Keessaa Maraaf Waan Ammaaf – Labsa QBO

Uummata Oromoo Oromiyaa Keessaa Maraaf Waan Ammaaf Ammatti Gochuu Qabnuu fi Itti Fufnee Goonu! Labsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo Biyya keenya keessatti nagaan baanee, nagana galuun erga hafee, mirgi lubbuun jiraachuu, qabeenyaa ofii tikfachuu mootummaa Wayyaaneen molqamee addatti dararaaf uummanni keenya… Read More »