Daily Archives: January 19, 2018

Saba Amaaraa tti firoomuudhaaf Afaan Oromoo dagachuu qabnaa?

Afaan Oromoo fi Oromoo afaanii Saba Amaaraa tti firoomuudhaaf Afaan Oromoo dagachuu qabnaa? D. D. Dotii Saba oromoo kan walitti suphanii tokkumma isaa mirkaneessanii sadarkaa amma irra jirruun gahan keessa AFAAN OROMOO isa guddaa dha. Kanaaf, carraa argaman hundaan afaan… Read More »

SOMBI WAAN SAREEN SOSSOBAN!

Qixxeessaa Lammii | Amajjii 19, 2018 Qabsoo ummataa kara dabarsuuf dabni wayyaaneedhaan raawwatamaa jiru warraaqsa gufachiisuu hin danda’u. Oromoon Oromiyaa fi Oromiyaan alatti wayyaaneen hidhame cufti kan hidhame maqaa ABOn malee yakka dalage hin qabu. Miseensotni dhaaba Dr Maraaraan durfamu… Read More »