Daily Archives: January 21, 2018

Ethiopia security forces kill festival goers in Amhara state

africanews.com | January 21, 2018 Reports from Ethiopia indicate that about five people were killed in the town of Weldiya when security forces shot at festival goers. Several others were also wounded in the incident which happened on Saturday. Weldiya,… Read More »

#LagaaXaafoo-Guyyaa har’a – Amajjii 21, 2018 fi Simanna Dhaqabaa Waariyo (updated)

#LagaaXaafoo-Guyyaa har’a kana lagaa xaafoo keessati qeerroo fi ummaati moormii dhageesiisa jira konkolaatan dhabatee jira qeerroon shiimala harkati qabatee dhadannoo dhageesiisa jiru.

Oromo Voice Radio Broadcast on shortware 16 mb, Sat at 7pm, Jan 20, 2018 – to Oromia

Oromo Voice Radio broadcasts to Oromia on Wednesdays, Saturdays and Mondays at 7:00 PM local time at 16 MB or 17850 kHz. Oromo Voice Radio is operated by Madda Walaabuu Media Foundation. Kun tamsaasa RSO Amajjii 20 bara 2018 ti.… Read More »

Hidhamtoota mana hidhaa bahan – Magaala Jalduuti

“Kun magaala jalduutti hidhamtoota oromoo mana hidhaa diinatii ba’aniif simanna yoo taasisani fi erga hidhamtoonni kun ummata isaanif dabarsan. Maqaan Hidhamtoota kana Galaanaa Nagaraa, Lalisee Dhaabaa fi Lammii jalduu jedhamu, Lammii jalduu kan jedhamu kun Obboo Baqqalaa Garbaafaa waliin ta’uun… Read More »