Daily Archives: January 28, 2018

Haammeenya TPLF fi AMBO Guyyaa hardha

Haammeenya TPLF Amboo

Oromo Voice Radio (OVR) Broadcasts – 27January 2018

Kun tamsaasa RSO Wiixata, Roobii fi Sambata karaa dambalii gabaabaa meetrebandii 16 ykn kiiloherzii 17850 Oromiyaatti darbuu dha. ========================================= Oromo Voice Radio broadcasts to Oromia on Mondays, Wednesdays and Saturdays at 7:00 PM Finfinnee time at 16 MB or 17850… Read More »

SBO Sagalee Bilisummaa Oromo, Amajjii 28, 2018

SBO Amajjii 28, 2018. Oduu, Ajjeechaa Jumlaa Mootummaan Wayyaanee Lammilee nagaa irratti Waldayatti raawwate ilaalchisuun Ibsa Tumsa Ummattootaa Bilisummaa fi Dimokraasii(PAFD) irraa laatamee fi Gaaffii fi Deebii Jaal Araarsoo Abbaahumnaa Waliin taasifame kutaa 3ffaa.