Daily Archives: February 14, 2018

“Dhuufuu Harreef Funyaan Hin Qabatan”

“Dhuufuu Harreef Funyaan Hin Qabatan” Waaqoo Nooleetin, Gurraandhala 14, 2018 Ilmeen/Ilmoon Guddisaa dhaleerra qabeef dheebotti; kan dhalatteef irra kan guddiseef garaa laatti. Bixxilloonni diinaan bixxilaman Dh.D.U.On /OPDOn danqaraa QBO harka mirgaa Wayyaanee ti. Dh.D.U.On Dhaabbata Dimokiraasummaa Ummata Oromoo osoo hin… Read More »

Oromo Voice Radio (OVR) Broadcasts – 14 February 2018

Oromo Voice Radio (OVR) Broadcasts – 14 February 2018 Kun tamsaasa RSO Wiixata, Roobii fi Sambata karaa dambalii gabaabaa meetrebandii 16 ykn kiiloherzii 17850 Oromiyaatti darbuu dha. ========================================= Oromo Voice Radio broadcasts to Oromia on Mondays, Wednesdays and Saturdays at… Read More »

Oolmaa FXG Oromiyaa Guyyaa 3ffaa – Gurraandhala 14, 2018

==================================================================== =====================================================================

Waan Baaneef – Waan Kaaneef Beekna!

Waan Baaneef, Waan Kaaneef Beekna! Qeerroo Bilisummaa Oromoo Finfinnee Oromiyaa, Gurraandhala 13, 2018 (Qeerroo) — Biyya Oromiyaa dhuunfachuuf halagaan erga humna adii alaa irraa gargaarsa meeshaa argachuu qabe ka’ee uummata Oromoo akka arge ajjeesee, saamee, Hidhee hidhaan sakaalaa yoona gahe.… Read More »

Adeemsaafi Itti Fufinsa Haala Sochii Warraaqsa FXG, Duula Gabaa Lagannaa

Adeemsaafi Itti Fufinsa Haala Sochii Warraaqsa FXG, Duula Gabaa Lagannaa, Uggura Geejjibaa Kaa’uufi Hojii Dhaabuu Ilaalchisuun Qajeelfama Qeerroo Bilisummaa Oromoo Irraa Dabarfame!! ===================================== Sochii Warraaqsaa FXG duulli gabaa lagannaa, uggura Geejjibaa kaa’uufi hojii dhaabuu guyyoota lamaan kana guraandhala 12/2018 -13/2018tti… Read More »