Daily Archives: February 28, 2018

Oromo Voice Radio (OVR) Broadcasts- 28 February 2018

Oromo Voice Radio (OVR) Broadcasts- 28 February 2018 Kun tamsaasa RSO Wiixata, Roobii fi Sambata karaa dambalii gabaabaa meetrebandii 16 ykn kiiloherzii 17850 Oromiyaatti darbuu dha. Oduu fi Mala jireenyaa ========================================= Oromo Voice Radio broadcasts to Oromia on Mondays, Wednesdays… Read More »

Gambella Taxi Strike – Bu’ura Heera RDFI Kew 93’tiin Labsiin Yeroo Muddamaa

Gurrandala 28, 2018 Via Shamshadin Taha Bu’ura Heera RDFI Kew 93’tiin Labsiin Yeroo Muddamaa Haala Akkamii Keessatti Labsama: Haala Waliigalaa fi Qabatama Ammaa Obbo Ibsaa Gammadaatin ———————————————————————- Weerarri biyya alaarraa yoo biyyattirratti godhame ykn sochiin (hidhannoo) Sirna Heeraa balaarra buusu yoo… Read More »

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Gurraandhala 28, 2018

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Gurraandhala 28, 2018 SBO: Gurraandhala 28 bara 2018. Oduu, Ibsa gaazexaa Tumsa Ummatootaa Bilisummaa fi Dimokraasii(PAFD) fi Qophii Haala Yeroo irratti Fuuleffate Akkasumas SBO Sagantaa Afaan Amaaraa.

Manni Maree Uummataa Uummata Irratti Waraana Hin Labsu!

Manni Maree Uummataa Uummata Irratti Waraana Hin Labsu! Damee Boruutin, Gurraandhala 27, 2018 Biyya lafaa kana irratti hojiin nama miseensa mana maree tahee filamuu itti gaafatamni isaa uummata isaa filateef malee mootummaa biyya bulchuuf miti. Mootummaan biyya bulchu namoota hojii… Read More »

በኢትዮጵያ የስርዓቱ ሙሉ ለውጥ ነው ወይስ በስርዓቱ ውስጥ የሚደረገው የጥገና ለውጥ ነው የሕዝቦችን ጥያቄ መመለስ የሚችለው??

በኢትዮጵያ የስርዓቱ ሙሉ ለውጥ ነው ወይስ በስርዓቱ ውስጥ የሚደረገው የጥገና ለውጥ ነው የሕዝቦችን ጥያቄ መመለስ የሚችለው?? ብርሃኑ ሁንዴ, February 27, 2018 ከዚህ በፊት “የሕዝቦች ጥያቄ የግለ ሰቦች ሹመት አይደለም” በሚል ርዕስ ባቀርብኩት አንድ አጭር ፅሁፍ ውስጥ የግለሰቦች ሹመት የሕዝብን ጥያቄ መመለስ እንደማይችል ሀሳቤን ለመግለፅ… Read More »