Daily Archives: March 13, 2018

WBO Zoonii Kibbaa tarkaanfii humna gabroomfattuu waraana wayyaanee irratti fudhate 

Gootichi WBO Zoonii Kibbaa tarkaanfii humna gabroomfattuu waraana wayyaanee irratti fudhatu itti fufuun Bitootessa 12,2018 Moyyaleetti loltoota diinaa 25 ol hojiin ala godhe. (SBO/VOL – Bitootessa 13, 2018) — Gootichi WBO Zoonii Kibbaa waraana gabroomfattuu wayyaanee kan ummata keenyatti roorrisaa… Read More »

Dhumatii Oromoo Moyaaleetti Tahe

Dhumatii Oromoo Moyaaleetti Tahe Damee Boruutin, Bitootessa 13, 2018 Uummata of eegannaa tokko malee nagaan jiruu fi jireenya isaatti boba’ee jiru utuu waan tokko hin xuqqamiin humni Agaazii haala baayyee suukaneessaa taheen uummta Oromoo fixxuunn amma fudhannee wajjin jiraannu bira… Read More »

Killing of civilians by Ethiopia troops no accident, say residents

Killing of civilians by Ethiopia troops no accident, say residents March 13, 2018, Addis Ababa, Ethiopia (AFP)  — Residents of a town in Ethiopia’s restive Oromia region on Monday disputed the government’s characterization of a deadly shooting that left nine… Read More »

Call for Peaceful Protest Rally in Washington DC, Thursday, March 22, 2018

Call for Peaceful Protest Rally in Washington DC As we all know, our people are suffering severe human rights violations by the TPLF led Ethiopian government just for demanding their human rights to be respected. The dictatorial regime has killed… Read More »

Oromo TV: Radio Sagalee Oromoo, ONN irratti; VOA Afaan Oromoo

Oromo TV: Radio Sagalee Oromoo – ONN irratti  Bitootessa 12, 2018, WASHINGTON, DC (VOA Afaan Oromoo) — Bulchiinsa naannoo Oromiyaa Godinaa Booranaa magaalaa Moyyaalee keessatti Sambata dabre Bitootessa 10 bara 2018 namoonni 10 raayyaa ittisaa motummaan ajjeefamuu fi kanneen… Read More »

Oromo Voice Radio (OVR) broadcast, March 12, 2018

Oromo Voice Radio (OVR) broadcast, March 12, 2018 Kun tamsaasa RSO Wiixata, Roobii fi Sambata karaa dambalii gabaabaa meetrebandii 16 ykn kiiloherzii 17850 Oromiyaatti darbuu dha. ========================================= Oromo Voice Radio (OVR) broadcasts to Oromia on Mondays, Wednesdays and Saturdays at… Read More »