Daily Archives: March 15, 2018

SBO Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo, Bitootessa 16, 2018

SBO Bitootessa 16, 2018. Oduu, Haala Yeroo irratti Ijoo Dubbii ABO fi Ajjeechaa Magaalaa Mooyalee keessatti Wara anni Faashistii Wayyaanee raawwate balaaleffachuun Ibsa TUBD fi Gareen Deeggarsa Oromiyaa Damee Australia baasan irratti gabaasa qophaa’e.

Moyale: Oromo refugees in Kenya, March 15, 2018

Ummanii Keenya Rooba keessat nuraa miidhamaara . Guyyaa Hardhaa Rooba Cimaatu Magaala Mooyyalee keenyaf Itoophiyaat Roobni Cimaan Rooba Ture . ummanii keenya sababa Duguuga sanyi isaan irratti Rawwatameen qe’ee fi qabenya isaani irraa buqaafamani haala garaa nama nyaatun waraqa toko… Read More »

Ethiopia Security Detained Communication and Pr Head of Oromia Justice Bureau

Ethiopia Security Detained Communication and Pr Head of Oromia Justice Bureau, Move Signals Growing Crackdown Against the Region Etenesh Abera Addis Abeba March 15/2018 (Addis Standard) – It has been confirmed that members of the command post overseeing the current state… Read More »

Dr Abiyi Ahmed appointed as the Prime Minster and Dr Workineh Gebeyehu as the Defence Minster of Ethiopia

#BreakingNewsDr Abiyi Ahmed appointed as the Prime Minster Ethiopia; and Dr Workineh Gebeyehu becomes the Defence Minster of Ethiopia. pic.twitter.com/gzI7kwJd8g — Dhábasá W. Gemelal (@DhabasaG) March 15, 2018

GNUM: EPRDF Must Stop Local Integration of South Sudanese Refugees in Gambella Land!

GNUM: EPRDF Must Stop Local Integration of South Sudanese Refugees in Gambella Land! Press Release: Gambella Nilotes United Movement (GNUM) March 14th, 2018, Gambella Gambella Nilotes United Movement (GNUM) condemns the Ethiopian government’s current plan and action of creating local… Read More »

Maqa Balleessaan ABO Irratti Baname ABO Ni Cimsa Malee Hin Laaffisu!

Qixxeessaa Lammii | Bitootessa 14, 2018 Diinaa fi farreen ABO abaaruu ykn maqaa balleessuu kan eegalan har’aa miti. Erga qabsoon bilisummaa Oromoo kallachummaa isaan toora qabattee geeggeefamuu jalqabde irraa kaasee duula irratti adeemsifamaa turetu ammallee akka itti fufetti jira. Diinni… Read More »