Daily Archives: March 16, 2018

Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo, Bitootessa 16, 2018; VOA Afaan Oromoo

Hidhattoonni ABO Aanaa Gidaamii Keessatti Konkolaatota Raayyaa Ittisaa Lama Mancaasanii Loltoota Keessa Turan Fixan, Jedhu Jiraattonni. Aaangawoonnis Mirkaneessanii Jiru  Bitootessa 16, 2018, WAASHINGITAN, DIISII (VOA Afaan Oromoo) — Godinaa Qellem Wallaggaa, aanaa Gidaamii, naannoo Laaloo Garee jedhamutti, Roobii dabre, gaafa… Read More »

Seife Nebelbal Radio, March 16, 2018 Oromo News in Amharic

Seife Nebelbal Radio, March 16, 2018 Oromo News in Amharic New Mormi qero oromo magalla moyallee 2018

Waraanaan Uummata Ukkaamseen Bara-Baraaf Haangorra Jiraadhaan Wayyaanee Habjuu Hin Milkoofne!

Waraanaan Uummata Ukkaamseen Bara-Baraaf Haangorra Jiraadhaan Wayyaanee Habjuu Hin Milkoofne! Baarentuu Gadaa Irraa, Bitootessa 16, 2018 Mootummaan kijibaa;Mootummaan Wayyaanee/EPRDF kufaatiin isaa, xumurri sirna isaa dhihaachuu  kan dhugoonfate ykn hubate ta’uu isaaf ragaalee adda addaa hedduu tarreessuutu danda’ama.  Labsii  yeroo muddamaa… Read More »

OROMOOF DHIMMUU HOJIIN MUL’ISUU BARBAACHISA.

Qixxeessaa Lammii | Bitootessa 16, 2018 Dhiima Oromoo irratti qaamotni dubbatan akka banjiin tibba Badheessaa koosii keessaa dayya’ee ol yaa’utti bakka jiran maraa daa’itiilee sab-himaalee gara garaa keessaan baay’inaan mumul’achuun hojii yeroo ammaa ta’ee jira. Keessumaa erga WBOn zoonii kibbaa… Read More »