Daily Archives: March 22, 2018

Fascinating discussion about Gadaa system by Kenyan Oromos via STN KENYA

Fascinating discussion (in Afaan Oromo) about Gadaa system by Kenyan Oromos via STN KENYA.(Dec 13, 2016) Village Orma Kipini Kenya Village of the tribe of the Orma people located on the Tana River in the vicinity of Kipini (Kenya). They… Read More »

Wixinee Mirgi Namaa Itiyoophiyaa Akka Kabajamu Gaafatu Sagaleen Irrati Kennamuuf Jira

Wixinee Mirgi Namaa Itiyoophiyaa Akka Kabajamu Gaafatu Mana Maree US Keessatti Sagaleen Irratti Kennamuuf jira Bitootessa 22, 2018, WAASHINGITAN, DIISII (VOA Afaan Oromoo) — WiXinee HR128 jedhu kan mata dureen isaa mirga namaa Itiyoophiyaa akka kabajamu fi bulchiinsi hunda himaachise akka… Read More »

የኢንተርኔት መቋረጥ በኢትዮጵያ

Bitootessa 22, 2018 (VOA Afaan Amhara) — በኢትዮጵያ ከአዲስ አበባ ውጪ ባሉ ከተሞች በተለይ ደግሞ በአሮሚያና በአማራ የተለያዩ ከተሞች የስልክ ኢንተርኔት አገልግሎት ሙሉ ለሙሉ ከተቋረጠ ወራት መቆጠሩን ያነጋገርናቸው ነዋሪዎች ለአሜሪካ ድምፅ ተናገሩ። ዋሽንግተን ዲሲ — የኢትዮጵያ መንግሥት በተደጋጋሚ የኢንተርኔት አገልግሎትን በመዝጋትና… Read More »

Oromo Communities Rally Around Europe and USA

Umar Qasim Kan is live now.The Oromo community in France has organised Demonstration   

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Bitootessa 23, 2018

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Bitootessa 23, 2018 Bitootessa 23, 2018. Oduu, Har’a “ABO deeggaruun Dubbii ilaalcha Siyaasaa irra guddaa ta’eedha” matadure e jedhu jalatti qophii Qindaa’e fi Gochi Yakkaa Kamuu Mootummaa Wayyaaneen Raawwatamu QBO rarraga Bilisummaa irra gahe of booda… Read More »

Taxpayers Tips: Comptroller Franchot and IRS: Don’t Fall Victim to Phone Scammers

As pace of tax filing season picks up, so do scams ANNAPOLIS, MD, March 22, 2018 (Comptroller of Maryland) – As taxpayers work to file their taxes, criminals are also hard at work — attempting to steal their money. While there are… Read More »

FILANNOO, FILANNOO BIRAA  HIN QABNEE !!!

FILANNOO, FILANNOO BIRAA  HIN QABNEE !!! SEENAA Y.G (2005) – Bitootessa 22, 2018 Amnaa dheeraa deemneerra. Amna wareegama guddaa nu kafalchiisee keessa dabraa jirra. Wareegama guddaa nuuti baafnuu kana hin tikisinuu taanaan, wareegamnii kun dantaa diinaaf ooluu danda’aa. Adeemsa amma… Read More »

MIIDHAAN KARAA HUNDUMAAN WAYYAANEEN UMMATA OROMOO IRRA GAHAA JIRTU QABSOO OROMOO NI FINIISA MALEE HIN QABBANEESSU!

Qixxeessaa Lammii |Bitootessa 22, 2018 Ummatni Oromoo ummatoota gabrummaa impaayera Itophiyaa jalatti kufanii jaarraa tokkoo fi walakkaa oliif rasaasa gabroomfattoota Habashan cafaqamaa turanii fi jiran keessaa ummata guddaa Oromiyaa bal’oo fi tarsiimooftuu irratti wal horee jiraatu ta’uun isaa beekkamaadha. Abbaa… Read More »

GNUM Delegate Speech on February 24, 2018, London, UK, PAFD Conference

GNUM: Gambella Nilotes United Movement Delegate Speech Saturday, February 24th, 2018, London, UK Distinguished Guests; Distinguished Comrades; Ladies and Gentlemen; First of all, I want to take this opportunity to express my gratitude to the alliance for inviting GNUM (Gambella… Read More »