Monthly Archives: March 2018

Mootummaan Garboofattuu Uummata Garboome Bilisa Hin Baasu

Mootummaan Garboofattuu Uummata Garboome Bilisa Hin Baasu Damee Boruu: 3/29/18 Seenaa biyya lafaa irratti amma har’a Mootummaan Garbooffatuu uummata garbummaa jalaa bilisa baase ragaan mul’isu hin jiru. Dhaabbanni TPLF aangoo guutuu (absolute Power) irratti haa qabaatu malee Mootummaan Uummata Oromoo… Read More »

Qabsoon Bilisummaa Oromoo eessaa ka’ee garamitti deemaa jira? Kutaa Torbaffaa

Qabsoon Bilisummaa Oromoo eessaa ka’ee garamitti deemaa jira? Kutaa Torbaffaa – Qormaatota kaleessaa, kan har’aa fi kan boruu – Berhanu Hundee, Bitootessa 29, 2018 Kutaa Torbaffaa Barreeffama kutaa jahaffaa keessatti, mata duree “Dhaabbatni Diimookraatawaa Uummata Oromoo (DhDUOn) QBO ni gargaara moo… Read More »

Instigating an ethnic conflict is an act of State Terrorism in Ethiopia

Instigating an ethnic conflict is an act of State Terrorism in Ethiopia Joint Statement of Afar Liberation Front Party (ALFP) and Oromo Liberation Front (OLF) on current Political Situation of Ethiopia 28 March 2018 (Oromo Liberation Front) — The Tigray… Read More »

Dr. Abyii fi Lammaa Magarsaa Daddaffiin Waan gochu qaban!

Dr. Abyii fi Lammaa Magarsaa Daddaffiin Waan gochu qaban! Bitootessa 29, 2018 (Qeerroo) — TPLF Gaafi Oromoo ni deebisa yaadi jeedhu yoom ilee samuu ummataa keessa hin jiru garuu gareen Lama magarasa fi Dr. Abyi Ahemd fedhinnaa fi golgaa fedhii… Read More »

Ethiopia, what a disappointment!

Ethiopia, what a disappointment! By Seif Magango, Amnesty International’s Deputy Regional Director for East Africa, the Horn and the Great Lakes 28 March 2018 (Amnesty International) — The Ethiopian government’s announcement in January that it would release jailed political leaders, some… Read More »

Incoming Ethiopian prime minister must address deep-rooted human rights crisis

Incoming Ethiopian prime minister must address deep-rooted human rights crisis 28 March 2018 (Amnesty International) — Ethiopia’s incoming prime minister must prioritize addressing the deep-rooted human rights crisis in the country, said Amnesty International following the election of Abiy Ahmed… Read More »

Ethiopia chooses new leader from protest hit region in break from past

Ethiopia chooses new leader from protest hit region in break from past By Paul Schemm March 28,  2018 ADDIS ABABA, Ethi­o­pia (Washington Post) — Ethiopia’s ruling coalition elected a new chairman and eventual prime minister from a vast protest-hit region, in a major… Read More »

Qabsoon Abbaa Biyyummaa Ququnxuraa Siyyaasaan Hinargamu

Qabsoon Abbaa Biyyummaa Ququnxuraa Siyyaasaan Hinargamu Qeerroo Bilisummaa Oromoo Finfinnee Oromiyaa, Bitootessa 28, 2018 Qabsoon uummanni Oromoo waggoottan 28 darban Wayyaanee waliin taasisaa tureef jiru qabsoo sirnicha dhabama gochuun abbaa biyyummaa Oromoo mirkaneessuuti. Qabsoon abbaa biyyummaa ammoo ququnxuraa siyyaasaan akkasumas… Read More »

Ayyaanlaallattuu

Ayyaanlaallattuu Mohammed Amin irraa, Bitootessa 28, 2018 Hingeenyeen gessee Duumessarraa hursee Hundu ilkaan qarsee Fudhachuuf harkisee Haqa ifaa dabsee Keessoo dhoksee Shira faffacaase Yeroof ni fakkaata Garii ni gowwomfata Hadhee mi’eeffataa Summii daddarbataa Qilleensatti iyyataa Aramaa hammataa Sagalee ballifataa Dhuguma… Read More »

TPLF’s Machiavellian Regime Can’t Extricate Itself from Inherent Barbarism

Ethiopia: – The TPLF’s Machiavellian Regime Can’t Extricate Itself from Inherent Barbarism Unless Forced to Step down By Denboba Natie, March 28, 2018 Since the TPLF/EPRDF’s apartheid assumed power in mid-1991, it has been embarked on a systematic exploitation of… Read More »