Daily Archives: April 15, 2018

Qabsoon Bilisummaa Oromoo eessaa ka’ee garamitti deemaa jira? Kutaa Saglaffaa

Qabsoon Bilisummaa Oromoo eessaa ka’ee garamitti deemaa jira?  Kutaa Saglaffaa – Qormaatota kaleessaa, kan har’aa fi kan boruu – Berhanu Hundee, Ebla 15, 2018 Duraan dursee, akka waliigalaatti ilmaan Oromoo hundaaf, addattii immoo Sabboontotaa fi Qabsaa’ota Oromoo tiif baga Guyyaa… Read More »

Seenaa Gabaabduu Falmataa (Caccabsaa) (Umar Abraahim Galmoo) 1954 – 1980

Seenaa Gabaabduu Falmataa (Caccabsaa) (Umar Abraahim Galmoo) 1954 – 1980 Abbaa Urjii tiin: Ebla 15, 2018 Qabsoo bilisummaa ummata Oromiyaa tan Jaarraa (bara 40) tokkoo ol gaggeeyfamaa jirtu keessatti, jiini seenaan gootummaa fii injifannoo keessatti hin galmaawin hin jiru. Haa tahu… Read More »

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Ebla 15, 2018 – fi Sirboota Goototaa

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Ebla 15, 2018 SBO Ebla 15, 2018. Oduu, Guyyaa Gootota Wareegamtoota Oromoo ilaalchisuun Ibsa ABO irraa laatamee fi Guyyuma kan a irratti Walaloo Qophaa’e. 

Oromo Voice Radio (OVR) Broadcasts- 14 April 2018

Oromo Voice Radio (OVR) Broadcasts- 14 April 2018 Kun tamsaasa RSO Wiixata, Roobii fi Sambata karaa dambalii gabaabaa meetrebandii 16 ykn kiiloherzii 17850 Oromiyaatti darbuu dha. ========================================= Oromo Voice Radio (OVR) broadcasts to Oromia on Mondays, Wednesdays and Saturdays at… Read More »

Gootota Oromoo fi Ebla 15, Ibsa ABO

Gootota Oromoo fi Ebla 15, Ibsa ABO Biyyootni fi Sabootni hundumtuu Gootota seenaa isaanii keessatti waan jajjabduu biyyaa fi Ummata isaaniitiif dalaguudhaan yaadataman ni qabu. Gootummaan humna, qabeenya, beekumsaa fi lubbuu ofii illee dabalee dantaa dhuunfaa ofii caalaatti dantaa Saba… Read More »