Daily Archives: May 8, 2018

Uummatni Sodaa Injifate Sobaaf Hin Jilbeefatu!

Uummatni Sodaa Injifate Sobaaf Hin Jilbeefatu! Damee Boruutin, Caamsaa 8, 2018 Uummatni Oromoo gootummaa hiriyyaa hin qabneen utuu rasaasni  akka bokkaa itti roobaa jiru sodaa tokko malee diina dura dhaabbachuudhaan ilmaan isaa amma tokko magaagaa  diinaa keessaa baafatee jira. Kan lubbuun… Read More »

“Tisiisarra damma hin eegani….” Qeerroo Matakkal, Asoosaa, Wambaraa Irraa

“Tisiisarra damma hin eegani….” Qeerroo Matakkal, Asoosaa, Wambaraa Irraa Abdii Lammiitin, Caamsaa 8, 2018 Dr. Girmaa Amanteen dhalata naannoo Beenishaangul Gumuz, Godina Matakkal kan ta’an, akkuma lammiilee Oromoo naannichaa biroo barumsa isaanii sadarkaa lammaffaafi olaanaa xumuranii naannoo isaaniitti dhufuun hojii… Read More »

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Caamsaa 9, 2018

SBO: Caamsaa 9, 2018. Oduu fi Guutummaa Qophii har’aa kan ta’e Gaaffii fi Deebii Ajajaa WBO Godina Dhihaa kan ta’an Jaal Kumsaa Dirribaa waliin Haala Sochii WBO Godina Dhihaa fi Tarkaanfii WBO Godinichaa ilaalchiisuun taasifame.