Daily Archives: May 13, 2018

WAAN HIN GEESSINE JALQABUUN HIN BARBACHISU!

Qixxeessaa Lammii | Caamsaa 13, 2018 Hajaadhaaf namni manaa bahee osoo hajaa baheef hin guutatin karaa of irra deebi’ee manatti galuu irra kasaaraan caalu hin jiru. Humnaa fi yeroo isaa bilaasha qisaasee jira jechuudha. Waan itti yaadanii fi itti amananii… Read More »

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Caamsaa 13, 2018

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Caamsaa 13, 2018 SBO: Caamsaa 13, 2018. Oduu, Gaaffii fi deebii Miseensa Shanee Gumii GS-ABO fi Dubbi himaa Dhaabaa Jaal Toleeraa Adabaa waliin taasifame kutaa 4ffaa, Haala Naannoo Gujii irratti Yaada Jiraataan Naannoo sanii Obbo Abbaa… Read More »

In Ethiopia’s bushlands, promised riches of a railway boom turn to dust

In Ethiopia’s bushlands, promised riches of a railway boom turn to dust Villagers, lured by new jobs and rich rewards for selling their land, now face poverty and heartbreak as claims of corruption engulf £25bn transport project. by Tom Gardner,… Read More »

SBO/VOL – Caamsaa 12, 2018 – Injifannoon amme Gooticha WBO koo

Injifannoon amme Gooticha WBO koo===========================Gootichi WBO dhiha Oromiyaa keessa sossohu guyyaa har’aa Caamsaa 12, 2018 Godina Qellem Wallaggatti humna waraanaa wayyaanee irratti tarkaanfii laalessaa fudhateen Jeneraala Takkaa jedhamu dabalatee loltoota diinaa 100 ol ajjeesuun Injifannoo boonsaa galmeesse.(SBO/VOL – Caamsaa 12,… Read More »