Daily Archives: May 16, 2018

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Caamsaa 16, 2018

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Caamsaa 16, 2018 SBO: Caamsaa 16, 2018. Oduu fi Haala Yeroo Irratti Gaaffii fi Deebii Miseensa Shanee Gumii GS-ABO fi Dubbii Himaa Dhaabaa Jaal Toleeraa Adabaa Waliin Taasifame Kutaa 5ffaa.

GALII KEENYA GA’UUF,,WAREEGAMA BAASUUN DIRQAMA !!!

GALII KEENYA GA’UUF,, WAREEGAMA BAASUUN DIRQAMA !!! SEENAA Y.G (2005), Caamsaa 16, 2018 Dirqamni bifa hedduu qaba. Wareegamnis akaakuu hedduu qabdi. Qabsoon keenya wareegama qaqqaalii baasaa, sadarkaa amma irra jirru irra ga’ee jira. Injifannoon nuuti argannees waan laayyoo miti. Dirqamni… Read More »