Daily Archives: May 27, 2018

HARARGEEN OROMIYAAF IJAA, DIINAAF HIJA

HARARGEEN OROMIYAAF IJAA, DIINAAF HIJA. (Dubbisii ‘Share’ godhuun diina mataa shir godhi) Saphaloo Kadiir irraa, Caamsaa 27, 2018 Yoo hifannoo malee dubbiftee hubattee wal hubachiisuu hin dandeenye quuqamni Oromoof qabdu maali? An kan barreesse hin hifanne, hifadhuus gubaatii gabrummaa caalaa… Read More »

SBO: Sagalee Bilisummaa Oromoo, Caamsaa 27, 2018

SBO: Sagalee Bilisummaa Oromoo, Caamsaa 27, 2018 SBO Caamsa 27, 2018. Oduu, Ayyaana Caamsaa 20 kan Mootummaa Wayyaanee Ilaalchisuun Ibsa ABO fi Haala Yeroo irratti Ijoo Dubbii ABO.

ONN: Gaaffii fi Deebii Miseenssa Shanee G-S-ABO duraanii fi Ogeessa Afaan Oromo Ob. Tamaam Yousuf waliin goonee kutaa jalqabaa

ONN: Gaaffii fi Deebii Miseenssa Shanee G-S-ABO duraanii fi Ogeessa Afaan Oromo Ob.Tamaam Yousuf waliin goonee kutaa jalqabaa. Caamsaa 26, 2018