Daily Archives: May 28, 2018

Oromo Voice Radio (OVR) Broadcasts – 28 May 2018

Oromo Voice Radio (OVR) Broadcasts- 28 May 2018 Kun tamsaasa RSO Wiixata, Roobii fi Sambata karaa dambalii gabaabaa meetrebandii 16 ykn kiiloherzii 17850 Oromiyaatti darbuu dha. ========================================= Oromo Voice Radio (OVR) broadcasts to Oromia on Mondays, Wednesdays and Saturdays at… Read More »

DHIBEE DHOKSUUN DHUKKUBA HIN FAYYISU

DHIBEE DHOKSUUN DHUKKUBA HIN FAYYISU Milkeessaa Hayiluu, Caamsaa 28, 2018 Namni yoo dhukkuba wayiin yoo qabame mana yaalaa deemeetu dhukkuba isaa dhibee isa muudate dhoksaa tokko malee dooktoratti himata. Dhukkubni kun akkamitti akka isa jalqabe, akkamitti akka dhukkubu, bakka kam… Read More »

Oromo TV: Impaayera Toophiyaa fi Dr. Abiyyi – Marii Dr. Gulummaa Gammadaa Waliin taasifne

Oromo TV: Impaayera Toophiyaa fi Dr. Abiyyi – Marii Dr. Gulummaa Gammadaa Waliin taasifne Related articles: – Dr. Abiy Ahmed’s Speeches, Menilek II and the Problem of National Integration in Ethiopia – Abadula Gemeda is a fitting reception to Lencoo… Read More »

Cittoo irratti Fanxoo

Cittoo irratti Fanxoo Damee Boruutin, Caamsaa 28, 2018 Waan baayyee nama dhibuu fi hiikaa hin qabne (paradox) qooda Sabni Oromoo  Impaayeera Itoophiyaa kana keessatti qabu dha. Karaa tokkoon Uummatni Oromoo Qeerroo Bilisummaa Oromoo fi Warana Bilisummaa Oromoon degaramee ABO hoggannamee… Read More »

BURKA BREAKS CANADIAN ALL-COMERS RECORD AT OTTAWA MARATHON

BURKA BREAKS CANADIAN ALL-COMERS RECORD AT OTTAWA MARATHON Ottawa, Canada, May 27, 2018 (IAAF) — If there was any doubt about Gelete Burka’s conversion to marathon running it was removed on Sunday (27) as the 32-year-old Ethiopian set a Canadian… Read More »