Daily Archives: June 1, 2018

SQ Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo, Caamsaa 31, 2018

SQ Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo, Caamsaa 31, 2018

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Waxabajji 1, 2018

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Waxabajji 1, 2018 SBO: Waxabajjii 01 bara 2018. Oduu, Ijoo Dubbii ABO fi Gabaasa Gumaacha WBOf Taasifame Ilallatu.

Qabsoon Bilisummaa Oromoo eessaa ka’ee garamitti deemaa jira? Kutaa 18ffaa

Qabsoon Bilisummaa Oromoo eessaa ka’ee garamitti deemaa jira? – Qormaatota kaleessaa, kan har’aa fi kan boruu – Berhanu Hundee, Caamsaa 31, 2018 Kutaa Kudhasaddeettaffaa Mootummaan Itoophiyaa jaarmayoota mormitootaa wajjin haasa’uu barbaaduu duuba shirri jiraachuu akka danda’u barreeffama kutaa isa kana… Read More »

Kononel Mangistuu Amma Kononel Abiyi

Kononel Mangistuu Amma Kononel Abiyi Damee Boruutin, Caamsaa 31, 2018 Uummatni Impaayeera Itoophiyaa keessa jiraatu baayyee ayyan dhabeessa tahuu isaa kan agrsiisu bara baraan afuutota kijibaan aangootti rarra’uuf jechaa isaa burjaajjessuu fi ilmaan isaa fixaa jiruun dhiitamuu fi bitamuu isaa… Read More »