Daily Archives: June 4, 2018

Waa’ee Ummata Oromoo Ormaa Jedhamu Kana Beektaa?

They are referred as Orma, Munyo Yaya, Wardey & Wata or Waboni. Basically their tribal route is from Oromo. They live in Tana River County in KENYA across the coast of Indian Ocean. The full documentarty would be released soon……… Read More »

Oromo Voice Radio (OVR) Broadcasts – 04 June 2018

Kun tamsaasa RSO Wiixata, Roobii fi Sambata karaa dambalii gabaabaa meetrebandii 16 ykn kiiloherzii 17850 Oromiyaatti darbuu dha. ========================================= Oromo Voice Radio (OVR) broadcasts to Oromia on Mondays, Wednesdays and Saturdays at 7:00 PM Finfinnee time at 16 MB or… Read More »

Tarkaanfii Lama Gara Boodaa

Tarkaanfii Lama Gara Boodaa Damee Boruutin: Waxabajjii 4, 2018 Bara kudha sagliif torbaatamaa fi sadetama keessa dhaabbonni maqaa bilisa baastummaa uummataa isaaniin ijaaraman kan akka EPLF, TPLF fi ABO diinni isaanii inni duraa tokkichi Mootummaa Impaayeera Itoophiyaa waan taheef hariiroon… Read More »

OBBO KAFFALOO NIGAATUUN haa gadhiifami!

OBBO KAFFALOO NIGAATUUN haa gadhiifami! Qeerroo Horroo Guduruu irraa! Waxabajjii 1, 2018 Obboo Kaffaaloon abba isaani Obbo Nigaatuu Baddeessoo fi haadha isaanii addee Zawudee Akaaluu irraa bara 1975A.L.H.godina Matakkalitti dhalatan. Barumsa isaani sadarkaa tokkoffaa fi lammaffaa godinichumatti xumuruuni barumsa isaani… Read More »