Daily Archives: June 5, 2018

BBC News: Itoophiyaan waliigaltee Aljeersi hojiirra oolchuuf, (Baaddimmee kennuuf dirqamte!)

BBC News, Afaan Oromoo | Waxabajjii 05, 2018 Yaada gulaaltota Ayyaantuu.org: Gochaa fi adeemsi mootummaa gabroomfattuu TPLF yeroo ammaa gochaa mootummaan Dargii bara dhumaa (kufaatii) isaa maayii irratti fudhataa ture wajjin sirriitti wal-fakkaata. Dargiin bara dhumaa irratti dirqamee mormitoota mariif… Read More »

ONN: Waxabajji 5, 2018 – Oromiyaa irraa;

ONN: Waxabajji 5,2018-Oromiyaa irraa ================= Lolli Uummata Oromootti Labsamee Jira. Gabaasaaleen keenya bakkoota hedduurraa akka nuuf gabaasaa jiranitti, ilmaan Oromoo irratti lolli labsamee waraana keessa jiraachuu nuun gahaa jiru. Adeemsa dhoksaan Oromoo irratti lolli baname kanaan, ollaa Oromoof Oromiyaa akkasuma… Read More »

የኦሮሞ የነፃነት ትግል ከየት ተነስቶ ወዴት እየሄደ ነው? ክፍል አስራ ስምንት

የኦሮሞ የነፃነት ትግል ከየት ተነስቶ ወዴት እየሄደ ነው? – ትላንት የነበሩት፣ ዛሬ ያሉትና ወደፊት የሚኖሩት ፈተናዎች – ብርሃኑ ሁንዴ , Waxabajjii 5, 2018                                   … Read More »

Sochii Qabsoo: Ka Har’aaf Dhibbeentaa 50, Ka Boriif Dhibbeentaa 50

Sochii Qabsoo: Ka Har’aaf Dhibbeentaa 50, Ka Boriif Dhibbeentaa 50 SEENAA  Y.G (2005), Waxabajjii 5, 2018 Sochiileen Siyaasaa fi gama hundaan jiru, Dhibbeentaa 50 irra jira. Waan har’aa dhugeessuuf rakkisaadhaa. Waan boriifis murteessuun yk tilmaamuun rakkisaadhaa. Ejjannooleen Mootummaa tokko tokko… Read More »

ONN: Oduu fi Haasawa Beektota Dinagdee walin- Waxabajjii 4, 2018 (updated)

 ONN: Waxabajji 4,2018-Shaamboo =================== Magaalaa Shaambuu Keessatti Ibsaan Uummatarraa Cituun Walqabatee Hiriirri Mormii Guddaan Galgala Kana Erga Qeerroo Bilisummaa Oromoo tiin Taasifamee Gadhiifamuufii Nuu Gabaasan Guyyaa (7) toorbaaf ibsaa magaalicharraa balleessuun uummata Shaamboo dararaa kan turte wayyaaneen. Amma sa’a… Read More »

Qabsoon Bilisummaa Oromoo eessaa ka’ee garamitti deemaa jira? Kutaa 19ffaa

Qabsoon Bilisummaa Oromoo eessaa ka’ee garamitti deemaa jira? – Qormaatota kaleessaa, kan har’aa fi kan boruu – Berhanu Hundee, Watabajjii 4, 2018 Kutaa Kudhasaglaffaa Barreeffama kutaa dabree keessatti mootummaa wajjin mariitti dhiyaachuu dura jaarmayootni Oromoo waliin haasa’uu fi gaafii Oromoorratti… Read More »

Meseret Defar wins women’s San Diego half marathon; Feyisa Lilesa finishes second

Meseret Defar wins women’s half marathon; Ekiru upsets Feyisa Lilesa June 4, 2018 SAN DIEGO (AP) — Two-time Olympic gold medalist Meseret Defar of Ethiopia won the women’s Synchrony Rock ‘n’ Roll San Diego Half Marathon on Sunday while Titus… Read More »