Daily Archives: June 21, 2018

Gumiin Waaqeffannaa Addunyaa waggaa 10ffaa itti hundeeffame Norway, Bergen keessatti kabajuuf jira

Oromo* Abbaa Gadaa *leader arrived in Bergen airport 06.20.2018 Gumiin Waaqeffannaa Addunyaa (GWA) waggaa 10ffaa itti hundeeffame Norway, Bergen keessatti kabajuuf jira. GWA waggoota kurnan darban (2008-2018) keessatti hojii aadaa fi amantii Oromoo guddisu, beeksisuu fi babal’isu hojjachaa jira. Ayyaanni… Read More »

“Tisiisarra damma hin eegani….” Qeerroo Matakkal, Asoosaa, Wambaraa Irraa

“Tisiisarra damma hin eegani….” Qeerroo Matakkal, Asoosaa, Wambaraa Irraa Abdii Lammiitin, Waxabajjii 21, 2018 Dr. Girmaa Amanteen dhalata naannoo Beenishaangul Gumuz, Godina Matakkal kan ta’an, akkuma lammiilee Oromoo naannichaa biroo barumsa isaanii sadarkaa lammaffaafi olaanaa xumuranii naannoo isaaniitti dhufuun hojii… Read More »

Can any Normal Oromo Get Addicted to Ethiopia? Part II

The Discriminatory Policies I Have Endured While Working for an Abyssinian Flag Carrier By Tulluu Madan, June 21, 2018 Can any Normal Oromo Get Addicted to Ethiopia? Part II Part II Part I My ambition for higher education ended the… Read More »

Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo, Waxabajjii 21, 2018 fi Oduu Amee

Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo, Waxabajjii 21, 2018 ONN: Oduu Ammee, Injifannoo WBO, Waxabajjii 21, 2018 =========== Gootichii WBO Godina Gujii Bahaa keessa socho’u guyyaa har’aa Waxabajjii 21, 2018 humna waraana diinaa gara iddoo qubsuma ishee Ona Gooroo Doolaa, bakka qubsuma… Read More »

Article 39, Oromo Nationalism, Abyssinian Exceptionalism & Expectations Raised by Dr. Abiy Ahmed’s Premiership

Article 39, Oromo Nationalism, Abyssinian Exceptionalism & Expectations Raised by Dr. Abiy Ahmed’s Premiership Part I  By Mekuria Bulcha, PhD, Professor – June 21, 2018 Ethiopia is in the middle of one of the many crises it had faced since… Read More »

የኦሮሞ የነፃነት ትግል ከየት ተነስቶ ወዴት እየሄደ ነው? ክፍል ሃያ ሁለት

የኦሮሞ የነፃነት ትግል ከየት ተነስቶ ወዴት እየሄደ ነው? – ትላንት የነበሩት፣ ዛሬ ያሉትና ወደፊት የሚኖሩት ፈተናዎች – ብርሃኑ ሁንዴ, Waxabajjii 21, 2018 ክፍል ሃያ ሁለት እንደሚታወቀው ቁቤ አፋን ኦሮሞ (Qubee Afaan Oromoo) የኦሮሞ ነፃነት ትግል ካስመዘገባቸው ድሎች ውስጥ ኣንዱ ብቻ… Read More »

Qabsoon Bilisummaa Oromoo eessaa ka’ee garamitti deemaa jira? Kuttaa 22ffaa

Qabsoon Bilisummaa Oromoo eessaa ka’ee garamitti deemaa jira? – Qormaatota kaleessaa, kan har’aa fi kan boruu – Berhanu Hundee, Waxabajjii 21, 2018 Kutaa Diigdamiilammaffaa Akkuma beekamu Qubeen Afaan Oromoo injifannoolee gurguddoo Qabsoon Bilisummaa Oromoo (QBOn) galmeesse keessaa isa tokko qofaa… Read More »

የኦሮሞ የነፃነት ትግል ከየት ተነስቶ ወዴት እየሄደ ነው? ክፍል ሃያ አንድ

የኦሮሞ የነፃነት ትግል ከየት ተነስቶ ወዴት እየሄደ ነው? – ትላንት የነበሩት፣ ዛሬ ያሉትና ወደፊት የሚኖሩት ፈተናዎች – ብርሃኑ ሁንዴ, Waxabajjii 20, 2018 ክፍል ሃያ አንድ ባለፈው ክፍል ፅሁፍ ውስጥ በኦሮሞ ነፃነት ግንባር (ኦነግ) ጎራ (camp) ለምን መለያየት እንደተፈጠረና በዚህ የተነሳ ድርጅቶች… Read More »

Qabsoon Bilisummaa Oromoo eessaa ka’ee garamitti deemaa jira? Kutaa 21ffaa

Qabsoon Bilisummaa Oromoo eessaa ka’ee garamitti deemaa jira? – Qormaatota kaleessaa, kan har’aa fi kan boruu – Berhanu Hundee, Waxabajjii 20, 2018 Kutaa Diigdamiitokkoffaa Barreeffama kutaa dabre keessatti mooraa Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) keessatti maaliif addaanbahinsi uumamaa akka as gahee… Read More »

Oromo Voice Radio (OVR) Broadcasts- 20 June 2018

Oromo Voice Radio (OVR) Broadcasts- 20 June 2018 Kun tamsaasa RSO Wiixata, Roobii fi Sambata karaa dambalii gabaabaa meetrebandii 16 ykn kiiloherzii 17850 Oromiyaatti darbuu dha. ========================================= Oromo Voice Radio (OVR) broadcasts to Oromia on Mondays, Wednesdays and Saturdays at… Read More »