Daily Archives: June 27, 2018

Uummata Oromoof filmaata Maalii Qabaa?  

Uummata Oromoof filmaata Maalii Qabaa?   Damee Boruu tiin, Waxabajjii 27, 2018 Qabsoon bilisummaa hojii uummata bal’aa itti malee kan dhunfaa nama  tokko miti. Qabsoon bilisummaa dhunfaa nama muraasaan illee tahuu hin danda’a. Namni tokko hooganaa tahee daandii qabsoo qajeelaa kan… Read More »

SEENAA GABAABDUU SAYYID AABBIYYOO (1914 – 1977)

SEENAA GABAABDUU SAYYID AABBIYYOO (1914 – 1977) Abbaa Urjii tiin, Waxabajjii 27, 2018 Hawaasa tokko keessatti jaalalaa fii dhageeytii cimtuu horuun ummata if duubatti hiriirsuun, yaruma hundaa, salphaa miti. Hawaasni Afrikaa Dhihaa, haala kana, uumaa (qurxummii) akka qajjeebbuu, nyaadhamtuu, bahara keessatti wal… Read More »

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Waxabajjii 27, 2018

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Waxabajjii 27, 2018 SBO: Waxabajjii 27 bara 2018. Oduu, Ibsa ABO fi Marii Bu’ureessitoota ABO: Jaal Xaahaa Abdii fi Jaal Dr. Fidoo Eebbaa waliin taasifame kutaa Jalqabaa Akkasumas SBO Sagantaa Afaan Amaaraa.