Daily Archives: June 28, 2018

Ethiopia: Ten people killed in violence in Benishangul-Gumuz region

Ethiopia: Ten people killed in violence in Benishangul-Gumuz region June 28, 2018 (Africa News) — The number of people killed in Ethiopia’s western Benishangul-Gumuz region has risen to ten since unrest erupted on Monday, officials said. It was not immediately… Read More »

Ethiopian Parliament Passes Amnesty Bill into Law

Ethiopian Parliament Passes Amnesty Bill into Law By Mahlet Fasil, June 28/2018 (Addis Standard) – In its 32nd regular session today, Ethiopian parliament has passed a proposed amnesty bill into law. The bill, which is now a law, was presented to the… Read More »

Oromiyaa irraa: Oduu gara garaa, Waxabajjii 2, 2018

Ummanni keenya hedduun haala ammaa irratti gaaffii hedduu kaasaa jiru. Keessayyuu, ejjannoon ABO maal akka ta’e beekuuf fedhiin jiru guddaa dha. ABOn akkuma irra deddeebi’ee ibsaa jiru, bifa kamiinuu dantaa Oromoo dabarsee hin kennu. Kaayyoon Oromoo akka milkaa’u jabeessee hojjata.… Read More »

ONN: Ajjeechaa Dr. Abiy Ahmed Irraatii Aggaamamee Ture Irratii Qophii Addaa, Waxabajjii 28, 2018

ONN: Ajjeechaa Dr. Abiy Ahmed Irraatii Aggaamamee Ture Irratii Qophii Addaa, Waxabajjii 28, 2018 ONN: Waxabajji 28,2018-Mandii =========== Konkolaataan seeraan ala Ixaana fe’ee adeemu Mandii keessatti tohannoo jala kan ture gubboodhaan hiikame. Gabaasni nuti arganne akka jedhutti “konkolaataan lakkoofsi isaa… Read More »

Uuummata nagaa irratti lola bananii nagaa biyyaa booressun amala bineensummaa qaban calaqisiisuudha

Uuummata nagaa irratti lola bananii nagaa biyyaa booressun amala bineensummaa qaban calaqisiisuudha Qeerroo Bilisummaa Oromoo Finfinnee Oromiyaa, Waxabajji 27, 2018 (Qeerroo) — Sirni Mootummaa abbaa irree EPRDF/Wayyanee gochoota jallataa uummatarratti dalaguu itti fufsiisuun gochanni tibba kana uummata nagaa irratti raawwataa… Read More »