Daily Archives: June 30, 2018

Oromiyaa irraa: Oduu gara garaa, Waxabajjii 30, 2018

Oromiyaa irraa: Oduu gara garaa, Waxabajjii 30, 2018 ONN: Waxabajji 30,2018-Harar =========================== Hiriira deggarsaa jechuun kan OPDO’n magaalaa Harar keessatti qopheessite sochii Qeerroo Bilisummaa Oromoo taasiseen fashalaa’e Guyyaa har’aa waxabajji 30,2018 Baha Oromiyaa magaalaa Harar keessatti, sochii tumsa OPDOf uummanni… Read More »

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Adoolessa 1, 2018

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Adoolessa 1, 2018 SBO Adoolessa 1,2018. Oduu, Gaaffii fi Deebii HDn ABO Jaal Daawud Ibsaa Raadiyoo VOA Afaan Oromoo Waliin Waxabajjii 28, 2018 Taasisanii fi Haala Naannoo Banishangul Gumuuz Ilaalchisee Yaada Jiraataa Naannichaa Obbo Falmataa Nagaa… Read More »