Daily Archives: July 9, 2018

Seenaa kaleessa yaadachuun seenaa fuladuraa qajelchanii hojjechuuf nama gargaara!

Garee Mo’u Irraa | Adoolessa 09, 2018 Uummatni Oromoo erga jaarraa tokkoo fi walakkaa dura sirna gabrommfataa ilmaan Habashootaa jala humna qaawween qabamee kaasee guyyaa tokko illee haata’uu jedhee diinaaf fedhii isaan bitamee hin beeku. Kanaaf ragaa kan tahu bakka… Read More »

Signs of a Thaw for Ethiopia and Eritrea

Signs of a Thaw for Ethiopia and Eritrea By AMY POLLARD, JULY 09, 2018 (slate) — A cold war that has haunted the Horn of Africa for more than a decade may be thawing, as leaders of Ethiopia and Eritrea met on Sunday for… Read More »

Waca dhiisne humna WBO cimsuu waan dhufuu maluuf qophaawu

Waca dhiisne humna WBO cimsuu waan dhufuu maluuf qophaawu Adama Roobaa (pen name Baarentuu Gadaa) irraa! Adoolessa 9, 2018 Harka afuune Ilmaan Oromoo ergaa koo arguuf carraa qabdan hundinu. Maquma koo isa dhugaatinin barreessaa jira. Fuul duraaf qaaman wal baruu… Read More »

Uummata Qabsoo Isaatin Waanjoo Gabrummaa Caccabsee Ofirraa Gataa Jiru Waanjoo Haaraa Itti Fe’uuf Yaalun Yakka!

Uummata Qabsoo Isaatin Waanjoo Gabrummaa Caccabsee Ofirraa Gataa Jiru Waanjoo Haaraa Itti Fe’uuf Yaalun Yakka! Baarentuu Gadaa Irraa, Adoolessa 9, 2018 Itiyoophiyaan biyya fedhii uummattootaa malee humna waraanaatin ijaaramteedha. Habashanni kaaba impaayeerettii turan qawwee gargaarsan argatan qabatanii gama kibbaatti duuluun… Read More »

“We are Like the Dead” Torture and other Human Rights Abuses in Jail Ogaden, Somali Regional State, Ethiopia

“We are Like the Dead” Torture and other Human Rights Abuses in Jail Ogaden, Somali Regional State, Ethiopia Summary Read Full Report  Jail Ogaden is unthinkable. From the moment you are put there until the moment you are released, you… Read More »