Daily Archives: July 17, 2018

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Adoolessa 18, 2018

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Adoolessa 18, 2018 SBO: Adoolessa 18 bara 2018. Oduu, Duula Humnoota Liyyuu Poolisii fi Labsa Dhukaasa Dhaabuu ABOn baase Cabsuu Mootummaa Itoophiyaa irratti ibsoota ABO irraa kennamani fi Gabaasaa Gumaacha Sabboontonni Qabsoo Bilisummaa Oromoof Taasisan ilaallatu… Read More »

Moggaasa – Maqoota Oromoo fi Hiika Isaani – List of Names for your children

New Book: Moggaasa – Maqoota Oromoo fi Hiika Isaani – List of Names for your new born This is a must have book if you want to select appropriate name for your new born (child). It has a list of… Read More »

ችግራችን ተፈትቶ የተነፈግነው ፍትህ የሚረጋገጠው ነጻነታችንን ተቀዳጅተን የሚበጀንን መንግስት ስንመሰርት ብቻ ነው

ችግራችን ተፈትቶ የተነፈግነው ፍትህ የሚረጋገጠው ነጻነታችንን ተቀዳጅተን የሚበጀንን መንግስት ስንመሰርት ብቻ ነው (የኦነግ መግለጫ – ሓምሌ 16, 2018ዓም) ከሶስት ወራት በፊት ዶር. ኣብይ ኣህመድ በኢትዮጵያ ጠቅላይ ሚኒስትርነት ከተሾመ ወዲህ ብቻ በሶማሌ ‘ልዩ ሃይል’ በኦሮሞ ህዝብ ላይ በተካሄደ ጦርነት ብቻ በምስራቅ፣… Read More »

Labsii Dhukaasa Dhaabuu ABO Diduu Isaatiin Miidhaa Gahuu Malu Hundaaf

Labsii Dhukaasa Dhaabuu ABO Diduu Isaatiin Miidhaa Gahuu Malu Hundaaf Kan Itti Gaafatamu Mootummaa Itoophiyaa Taha (Ibsa ABO – Adoolessa 16, 2018) Marii Mootummaa Itoophiyaa fi ABO gidduutti jalqabame milkeessuuf jecha Adoolessa 12, 2018 Addi Bilisummaa Oromoo gama isaatiin yeroof… Read More »