Monthly Archives: July 2018

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Adoolessa 27, 2018

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Adoolessa 27, 2018 SBO: Adoolessa 27, 2018. Oduu, Ajjeechaa Aadde Biraanee Maammoo Irratti Raawwatame balaaleffachuun Ibsa ABO Irraa Laatame, Kora Gamtaa ABO Ameerikaa Kaabaa Kutaa Koloraadoo Ilaalchisuun Gabaasa Qophaahe fi Gabaasa Oduu.

SQ Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo, Adoolessa 26, 2018

SQ Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo, Adoolessa 26, 2018

በወይዘሮ ብርሃኔ ማሞ ላይ የተፈጸመው ግድያ በሁሉም ሰብዓዊ ፍጡር ሊወገዝ ይገባል

በወይዘሮ ብርሃኔ ማሞ ላይ የተፈጸመው ግድያ በሁሉም ሰብዓዊ ፍጡር ሊወገዝ ይገባል (የኦነግ መግለጫ – ሓምሌ 25 ቀን 2018ዓም) ሓምሌ 23 ቀን 2018ዓም ማታ በምዕራብ ኦሮሚያ የቄሌም ወለጋ ዞን ዋና ከተማ ከሆነችው ከደምቢ-ዶሎ ከተማ የተሰማው ለሰሚ ጆሮ የሚከብድ አሰቃቂና አሳዛኝ ዜና ነው።… Read More »

Daldalli Siyaasaa Qeerroo Cabsuuf Gaggeeffama Jiru Atattamaan Dhaabbachu Qaba

Daldalli Siyaasaa Tokkummaa Uummata Oromoofi Addatti Tokkummaa Qeerroo Dargaggoota Oromoo Cabsuuf Maqaa ‘Qeerroo Oromiyaa’ Jedhuun Gaggeeffama Jiru Atattamaan Dhaabbachu Qaba. Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo Irraa Kenname, Adoolessa 25, 2018 Yeroo Uummatni Oromoo akka sabaattifi akka Jarmiyaatti wal hubannoofi tokkummaa isaa… Read More »

Uummatni keenya Amma yoomitti Dhumaa?

 Uummatni keenya Amma yoomitti Dhumaa?                                                        Damee Boruu tin: Adoolessa 26, 2018 Naannoon an gudda’etti muka dheertuu jedhamu kan muka biraa irratti malee of lafaa hin biqilu.  Barumsi koos waa’ee mukaa qorachuu wajjin waan wal hin qabnnee amma yoona… Read More »

Article 39: Oromo Nationalism, Abyssinian Exceptionalism and Expectations Raised by Dr. Abiy Ahmed’s Premiership (Part II continued)

Article 39: Oromo Nationalism, Abyssinian Exceptionalism and Expectations Raised by Dr. Abiy Ahmed’s Premiership (Part II Continued, Revised) By Mekuria Bulcha, PhD, Professor, July 24, 2018 Inclusion that excludes – a myth used to distort history As I have noted… Read More »

HE DIED BUT HIS PROPHECY STILL RESONATES

HE DIED BUT HIS PROPHECY STILL RESONATES Lt. Mamo Mezemer, the Unsung Hero By Worku Gadissa, July 25, 2018 Today I want to present a short article about one of the key founders and leaders of Mecha Tulama Association, Lt.… Read More »

Ajjeechaan Aadde Biraanee Maammoo Dhala Namaa Hundaan Balaaleffatamuu Qaba

Ajjeechaan Aadde Biraanee Maammoo Dhala Namaa Hundaan Balaaleffatamuu Qaba (Ibsa ABO – Adoolessa 25, 2018) Adoolessa 23, 2018 galgala Dhiha Oromiyaa magaalaa guddittii Godina Qellem Wallaggaa kan taate Dambi Doolloo irraa oduun dhagahame kan hedduu gurra namaatti ulfaatu oduu suukanneessaa fi gaddisiisaa… Read More »

OSA’s statement on the unfolding political transition in Ethiopia

OSA’s statement on the unfolding political transition in Ethiopia Ethiopia has experienced political transitions in the recent past, similar to the one unfolding currently. The two most significant factors that led to the demise of Emperor Haile Selassie’s regime were… Read More »