Daily Archives: August 7, 2018

Shira Oromoo naannoo Beenishaangul gumuz irratti dalagamaa jiruuf Akeekkachiisa Qeerroo Matakkal-Asoosaa-wambaraa irraa kenname

Shira Oromoo naannoo Beenishaangul gumuz irratti dalagamaa jiruuf Akeekkachiisa Qeerroo Matakkal-Asoosaa-wambaraa irraa kenname Abdii Lammii tin, Hagayya 7, 2018 Uummanni Oromoo naannoo Beenishaangul Gumuz jiraatu shira walitti bu’insaa mootummaan TPLF xaxaa tureen goolamaa tureera. Kanaafis shira walitti bu’insa Asoosaa, Toongoo,… Read More »

ODUU AMMEE: Ibsa Waloo Waliigalatee Mootummaa Itoophiyaa fi Adda Bilisummaa Oromoo

Ibsa Waloo Waliigalatee Mootummaa Itoophiyaa fi Adda Bilisummaa Oromoo ODUU AMMEE: Hagayya 7 bara 2018 (SBO) — Jila Mootummaa Itoophiyaa Pireezdaantii Naannoo Oromiyaa Dr. Lammaa Magarsaan durfamuu fi Ministeerri Haajaa Alaa Itoophiyaa Dr. Warqinee Gabayyoo keessatti argamu, Jila ABO Hayyu-duree Adda… Read More »

A Unilateral war waged on Ogaden Somali won’t bring Peace and Security for Ogadenia and wider Ethiopia

A Unilateral war waged on Ogaden Somali won’t bring Peace and Security for Ogadenia and wider Ethiopia. The Peopels Alliance for Freedom and Democracy (PAFD) Press Statement on Ogaden Somali Attack by the Federal Forces August 06, 2018 It came… Read More »