Daily Archives: August 8, 2018

Miseensota ABO Haala Adda Addaa Irraa Caasaa Ala Taatan Hundaaf!

Miseensota ABO Haala Adda Addaa Irraa Caasaa Ala Taatan Hundaaf! (SBO/VOL – HAGAYYA 08, 2018) Qabsoo bilisummaa Oromoo waggoota dheeraaf adeemsifamaa har’a gahe, injifannoo gara garaa galmeessuun aanjaa qabsoo karaa nagaa geggeessuu argamsiisee jira. Haalli aanjaa uumame kunis firii wareegama… Read More »

Ethiopia internet down

Ethiopia internet down August 8, 2018 (Defense Web) — Authorities shut Internet access in eastern Ethiopia amid an outbreak of violence, residents said, a sign of challenges facing reformist Prime Minister Abiy Ahmed in containing ethnic tensions in parts of… Read More »

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Hagayya 8, 2018

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Hagayya 8, 2018 SBO: Hagayya 8,2018. Oduu, Ibsa Waloo Mootummaa Itiyoophiyaa fi ABO, Dhimmuma Araaraa Kanaa Ilaalchisuun Yaada HD-ABO Jaal Daawud Ibsaa fi Pir. MNO Dr. Lammaa Magarsaa Nuuf Laatanii fi SBO Sagantaa Afaan Amaaraa.

Tokkummaa Oromoo dagaagaa jiru kunuunfataa, warraaqsa dararee firii itti gochuuf nii qabsoofna!

Tokkummaa Oromoo dagaagaa jiru kunuunfataa, warraaqsa dararee firii itti gochuuf nii qabsoofna! Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo Finfinnee Oromiyaa, Hagayya 7, 2018 Daangaa halagaan Oromoo gidduutti ijaare kukkutee gatuuf, tokkummaa uummata Oromoo ijaaree uummata Bilisaa fi biyya Walabaa ijaarrachuuf akeeka Adda… Read More »