Daily Archives: August 25, 2018

Borana, Garba and Garrii Unity – The wider impact of FDG

#Mooyyalle #Boorana #Gabra #Garrii Karaan Cuffamme Huundi Banamee Namnii Nagaayan wol keessa deemm

SEENAA GABAABDUU YUUSUF SHEEKH-DOON

SEENAA GABAABDUU YUUSUF SHEEKH-DOON Abbaa Urjii tiin, Hagayya 25, 2018 Hegereen bilisummaa tan arra guutuu Oromiyaa keessaa hanga’aa jirtu, yaroo takkatti, sadrkaa gara-garaaatti, billiqa afuufan dhaamtu turte. Amna dukkanaa, dheertuu, shakkisiisftuu, san keeysatti, warri yaroo adda-addaatti, fiixa bahuu isii mamanii… Read More »

Hubachiisa Koree Simannaa fi Deggarsa ABO Irraa Kenname

Hubachiisa Koree Simannaa fi Deggarsa ABO Irraa Kenname (SBO/VOL – HAGAYYA 25, 2018) — Akkuma beekamu ABO fi Mootummaa Itoophiyaa jidduutti araarri taasifamaa jira. Araarri kunis bifa milkii qabeessaan deemaa waan jiruuf hooggansa dhaabichaa haala ho’aan simachuuf jecha sadarka Oromiyaatti… Read More »

Mayyu Mulluqe Massacre Images! The network was blocked to stop truth to come out

They Matter Mayyu Mulluqe Massacre Images! The network was blocked to stop these images and their truth to come out By Najat Hamza, August 25, 2018 The truth they tried to hide by cutting Network. You might delay the truth, but truth never dies.… Read More »

Dhugaa Ganama – Falaasama Oromo (Xinjireenya Oromo – Oromo Ontology or Metaphysics)

Dhugaa Ganama – Falaasama Oromo (Xinjireenya Oromo – Oromo Ontology or Metaphysics) Kutaa 1ffaa Dr. Yoseph Mulugeta Baba* 1. Falaasama fi Afaan (philosophy and Language) Afaan battuu aadaati. Afaan daawwitii aadaati. Aadaa (culture), hawaasa (society) fi afaan (culture) gidduu hariiroo… Read More »

We, Oromo, are all Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO)

We, Oromo, are all Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) By Abbaa Ormaa, PhD, August 25, 2018 “We may have all come on different ships, but we are in the same boat now”   (Martin Luther King, Jr.) Qeerroo is unarmed WBO and… Read More »

ONN: ODUU fi Sagantaa Adda Addaa, Hagayya 24, 2018

ONN: ODUU fi Sagantaa Adda Addaa, Hagayya 24, 2018 ODUU 24/08/2018 Miseensonni mana maree Ameerikaa ilmaan Oromoo mana hidhaatti dararmaa turanirraa haala ture dhaggeeffatan. Miseensoonni mana maree Ameerikaa rakkoo siyaasaa Itiyoophiyaa keessa jiru, addatti dhiittaa mirga namoomaa biyyattii keessa turee… Read More »