Monthly Archives: October 2018

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, October 31, 2018

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, October 31, 2018 SBO:-Onkoloolessa 31,2018. Oduu, Haala Yeroo Irratti Ibsa ABO fi simannaa Jila ABOf Wallaggaa Lixaa Mandiitti Taasifame kan Ilaallatu Qophii Addaa.

Daandiin Bilisummaa Hidhachuu Qofa!

Daandiin Bilisummaa Hidhachuu Qofa! Damee Boruu: 7/27/2018 Abishee Garbaa waraana Amhara wajjin yaroo baayyee lola godhee injifatee biyyaa baasaa akka ture hima. Guyyaa harka Habashaatti kufu garuu yaroo duraaf waraanni Amharaa qawwee hidhatee dhufe jedhama. Utuu waraana dhaabuuf wal marihachaa… Read More »

U.S. Ambassador Michael Raynor to visit Jimma, Oromia Region

U.S. Ambassador Michael Raynor to visit Jimma, Oromia Region Ambassador Mike will take part in several events open to the media ADDIS ABABA, Ethiopia, October 30, 2018 (US Embassy in Ethiopia) — Ambassador Mike Raynor, U.S. Ambassador to Ethiopia, will… Read More »

Sirna Simannaa ABO Lixa Shaggar Baakkootti

Sirna Simannaa ABO Lixa Shaggar Baakkootti

ያለ አግባብ ለሚጠፋው የሰዉ ሕይወትና ንብረት ተጠያቂነት ልኖር ይገባል

ያለ አግባብ ለሚጠፋው የሰዉ ሕይወትና ንብረት ተጠያቂነት ልኖር ይገባል (የኦነግ መግለጫ – ጥቅምት 30, 2018) የኦሮሞ ነጻነት ግንባርና የኢትዮጵያ መንግስት ስምምነታችንንና በሕዝቡ ዉድ መስዋዕትነት የተግኘዉ የለዉጥ ሂደት በኣስተማማኝ መልኩ ስር በመስደድ ስኬታማ እንድሆን በማድረጉ ሂደት ላይ የሚሰራ ኣንድ የጋራ ኮሚቴ… Read More »

Rallies held in Oromia over threat to disarm OLF

Rallies held in Oromia over threat to disarm OLF October 30, 2018by Ermias Tasfaye Supporters oppose OLF persecution and threats to disarm Officials obliquely connected OLF to several violent acts Protests peaceful but grenade in Dembi Dollo injured four Official… Read More »

Lubbuu Namaa fi Qabeenya Gar-malee Baduuf Itti Gaafatamni Jiraachuu Qaba !

Lubbuu Namaa fi Qabeenya Gar-malee Baduuf Itti Gaafatamni Jiraachuu Qaba ! (Ibsa ABO – Onkoloolessa 30, 2018) Addi Bilisummaa Oromoo fi Mootummaan Itoophiyaa waltahiinsa keenyaa fi jijjiirama qabsoo ummataatiin argame haala amansiisaa taheen lafa qabsiisaa deemuu irratti kan hojjettu Koree… Read More »

Mirga hiriira Nagayaa/peaceful demonstration fi Mootummaa Dr. Abiy?

Mirga hiriira Nagayaa/peaceful demonstration fi Mootummaa Dr. Abiy? Deressa Ebba Geneti tin Mootummaan Dr. Abiy/EPRDF nam tokkees tahu, gartuu yookiin walumaagalatti ummati gaaffiis yoo qabaate gaafachuu/mormiis yoo qabaate nagaadhaan seera biyyaa osoo hincabsine dhiheeffachuun mirga jechuudhaan, kabajamaa MM Dr. Abiy… Read More »

ONN: Maatii Jaal Magarsaa Barii fi Jaal Elemoo Qilxuu fi Qabsoo Oromoo

Seenaa Goota Oromoo Magarsaa Bari Qajeelaa Mardaasaa tin Obbo Magarsaa Bari bara 1942 abbaa isaa obbo Barii Tufaa fi haadha isaa aadde Caaltuu Tufaa (magaan abbaa fi haadhaa moggoo dha ykn wal obbo dahe) irraa Kutaa Arsii koonyaa Cilaaloo ona… Read More »

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Onkoloolessa 28, 2018

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Onkoloolessa 28, 2018 SBO:-Onkoloolessa 28, 2018. Oduu, Haala Yeroo Irratti Ibsa ABO fi Obbo Taammiruu Qanaatee waliin Gaaffii fi Deebii taasifame Kutaa xumuraa.