Daily Archives: October 1, 2018

Oromoo Dachii Isaa Irraa Dhiibuuf Duulli Geggeeffamu Hatattamaan Dhaabbachuu Qaba

Oromoo Dachii Isaa Irraa Dhiibuuf Duulli Geggeeffamu Hatattamaan Dhaabbachuu Qaba (Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo – Fulbaana 30, 2018) Dhiheenya kana Dhiha Oromiyaa irraan lammiilee Oromoo Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Benishaangul Gumuz keessa jiraatan irratti duulli ajjeechaa fi dachii isaanii irraa buqqisuun… Read More »

Irreecha: Sirna Irreechaa namoota jaha irraa hanga miiliyoona jahaatti

Irreecha: Sirna Irreechaa namoota jaha irraa hanga miiliyoona jahaatti October 1, 2018 (BBC Afaan Oromoo) — Ayyaanni irrechaa sirna Gadaa waliin wal qabatee waggota 3000 oliif kabajamaa akka ture hayyoonni seenaa ni himu. Oromoonni naannoo golga laga Abbayyaa jiraatan malkaa… Read More »

Irreecha 2018

Bishooftuu California