Daily Archives: October 17, 2018

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Onkoloolessa 17, 2018

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Onkoloolessa 17, 2018 SBO: Onkoloolessa 17, 2018: Oduu fi Gabaasa addaa Bobbaa Jilli ABO gara Gara Dhiha Oromiyaa Godina Wallagga Lixaa -magaalaa Gimbiitti Taasise ilaallatu.

Adeemsa Paartii Dimokraatawa Oromoo (PDO) keessa iccitii maaltu jira?

Adeemsa Paartii Dimokraatawa Oromoo (PDO) keessa iccitii maaltu jira? Berhanu Hundee tin, Onkoloolessa 17, 2018 Galanni Fincila Diddaa fi Xumura Gabrummaa uummata Oromootiin keessumaayuu immoo Qeerroo Oromootiin godhameef haa ta’uu, DhDUOn (OPDOn) durii sun hirriibarraa dammaqxee; ofhaaromsus eegaltee jirti. Adeemsa… Read More »