Daily Archives: October 31, 2018

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, October 31, 2018

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, October 31, 2018 SBO:-Onkoloolessa 31,2018. Oduu, Haala Yeroo Irratti Ibsa ABO fi simannaa Jila ABOf Wallaggaa Lixaa Mandiitti Taasifame kan Ilaallatu Qophii Addaa.

Daandiin Bilisummaa Hidhachuu Qofa!

Daandiin Bilisummaa Hidhachuu Qofa! Damee Boruu: 7/27/2018 Abishee Garbaa waraana Amhara wajjin yaroo baayyee lola godhee injifatee biyyaa baasaa akka ture hima. Guyyaa harka Habashaatti kufu garuu yaroo duraaf waraanni Amharaa qawwee hidhatee dhufe jedhama. Utuu waraana dhaabuuf wal marihachaa… Read More »