Monthly Archives: November 2018

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Sadaasa 30, 2018

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Sadaasa 30, 2018 SBO SADAASA 30,2018. Oduu, Ibsa ABO fi Hiriira magaalaa Naqamtee ilaalchisee gaaffii fi deebii dargaggoo Nimoonaa waliin taasisame.  

Oromia police killed near Benishangul-Gumuz as violence continues

Oromia police killed near Benishangul-Gumuz as violence continues By Ermias Tasfaye, Mistir Sew November 30, 2018 Woreda security head claims 38 Oromo killed on Nov. 21 Local officials accuse the federal government of inaction Ruling party, opposition, and activists blame… Read More »

Ajjeechaan Ummata Keenya Irratti Gaggeeffamu Dhaabbachuu Qaba !

Ajjeechaan Ummata Keenya Irratti Gaggeeffamu Dhaabbachuu Qaba ! (Ibsa ABO – Sadaasa 30, 2018) Duulli ajjeechaa yeroo ammaa karaa Dhiha Oromiyaa hidhattoota maqaa Ummata Gumuziin hidhachiifamanii sosso’aniin Oromoota naannoo sanaa irratti gaggeeffamaa jiru sadarkaa hedduu yaaddessaa tahe dhaqqabee jira. Bulchiinsi… Read More »

Merger of OPDPs in exile with OPDO at home is not going to change the current crises in Oromia!

Merger of OPDPs in exile with OPDO at home is not going to change the current crises in Oromia! By Aba Orma, November 29, 2018 Lencoo Lata has a well-documented history of leaving behind anything he is part of in… Read More »

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Sadaasa 28, 2018

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Sadaasa 28, 2018 SBO SADAASA 28,2018. Oduu fi Gaaffii fi deebii I.A.H.ABO Jaal Araarsoo Biqilaa waliin kutaa 4ffaa

‘They’re Going to Come for Us’: A Teenage Girl Caught in a War’s Riptides

‘They’re Going to Come for Us’: A Teenage Girl Caught in a War’s Riptides By Salem Solomon, Nov. 28, 2018 (The New York Times Magazine) — My father knew we were next. “They’re going to come for us,” he’d say, after… Read More »

Bofa Lafaa Kaasanii Mataa Itti Marachuun Maraachuu Dha!

Bofa Lafaa Kaasanii Mataa Itti Marachuun Maraachuu Dha! Damee Boruu tii 11/26/2018 Diina duraa kan taate TPLF haleeluuf qabsoon Bilisummaa Uummata Oromoo duraan dursee ulee diinaa kan taate OPDO of jalaa haxaa’uu akka qabu deddeebisee kaaseen jira. Midhaa OPDO waggaa… Read More »

ይህን ጉድ ያውቁት ነበር? ከአምባስደር ሱለይመን ደደፎ 

ይህን ጉድ ያውቁት ነበር? ከአምባስደር ሱለይመን ደደፎ  #አምባስደር_ሱለይመን_ደደፎ ሀገር ወዳድ የሆነ ፍቅር እርሱ የነፃነታችን ለኳሽ ክብሪት የመቴክ ሽፍቶች መርከብ ኢራን ሲሸቅል ጉዳዩን በደብዳቤ ለአሜሪከን ኤምበሲ ኮፒ አድርጎ ነበር። አሜሪካም ከጠላቷ ኢራን የተወዳጀውን ስርዓት ለመሰረዝ ወሰነች። አብይ ቢያሸንፍም የተደራጀ መፈንቅለ መንግስት ተዘጋጅቶ… Read More »

Aaddee Biiftuu Guutamaa Hawaas nageyaan gara Oromiyaatti deebitee jirti

Aaddee Biiftuu Guutamaa Hawaas nageyaan gara Oromiyaatti deebitee jirti Sadaasa 25, 2018 Sagantaa Simannaa Adde Biiftuu Guutamaa Hawaas (Jamaal Roobalee) fi yaadannoo seenaa gooticha kana irratti taasifame kana irratti hiriyaan isaanii manguddoo hundeessaa Waldaa Maccaafii Tuulamaa duraanii Obbo Jayiluu Abubakar… Read More »

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Sadaasa 25, 2018

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Sadaasa 25, 2018 SBO SADAASA 25, 2018. Oduu fi Gaaffii fi deebii Itti Anaa Hayyu Duree Adda Bilisummaa Oromo (ABO) Jaal Araarsoo Biqilaa kutaa sadaffaa