Daily Archives: November 12, 2018

Haxxummaan Shira Xaxuu Abbaas Haxa’ee Balleessuu Danda’a!

Haxxummaan Shira Xaxuu Abbaas Haxa’ee Balleessuu Danda’a! Damee Boruu tin: Sadaasa 12, 2018 Namni tokko amma balleessaa isaaf seeraan murtii irratti jiguu itti seeraan qulqluu dha. Haala qabsoo uummata Oromoo ilaalu keessatti drama deemaa jiru akka hubannaa ofii itti ibsachuun… Read More »

ESAT TV is among a year in fake news in Africa

ESAT TV is among a year in fake news in Africa November 12, 2018 (BBC Africa) — The spread of fake news in Africa has been blamed for igniting ethnic violence, sowing confusion among voters and even causing currency fluctuations.… Read More »

What we’ve learnt about fake news in Africa

What we’ve learnt about fake news in Africa November 12, 2018 (BBC Africa) — People’s emotions trump reason when it comes to sharing news, the BBC’s in-depth research project Beyond Fake News has found. The spread of fake news can… Read More »

Imala Jaarsolii, Abbaa Gadaa gara Lixa Oromiyaatti godhanii fi Yaada Uummataa

Imala Jaarsolii, Abbaa Gadaa gara Lixa Oromiyaatti godhanii fi Yaada Uummataa N A Q A M T E E : Qabxiilee jaarsa biyyaan ka’an: Uummatni Oromoo sababni itti Harargee fi Wallaggaarraa buqqfamaa jiruuf Oromoon qawwee dhabuu dha. Mootummaan Oromiyaa malee… Read More »

Aadaa Hojii Guddisan, Guddatan!! Ob Lammaa keenya maaltu akkana dubbisiisa laata?

AADAA HOJIIN GUDDISAN, GUDDATAN!! By Milkii Oromiyaa, Sadaasa 12, 2018, via Dhábasá Wakjira Gemelal “Ob Lammaa keenya kana maaltu akkana dubbisiisa laata? Akkuma yaadannu, Ob Lammaa kan namuu ifatti arge, bara OPDOn rakkattee gara lixxu dhabde san ture. Bara aangootti dhufee… Read More »

Sagalee Bilisummaa Oromoo, Sadaasa 11, 2018

Sagalee Bilisummaa Oromoo, Sadaasa 11, 2018 SBO SADAASA 11 BARA 2018. ODUU, IBSA ABO FI HAALA TIBBANA NAQAMTEETTI TA’E IRRATTI MARII JIRAATTOTA NAANNOO WALIIN