Daily Archives: November 17, 2018

Tarkaanfiin Shakkamtoota Seeratti Dhiheessuu Jajjabeeffamuu Qaba

Tarkaanfiin Shakkamtoota Seeratti Dhiheessuu Jajjabeeffamuu Qaba (Ibsa ABO Sadaasa 17, 2018) Mootummaan Itoophiyaa kan EPRDFiin hoogganamu aangawoota isaa kanneen waggoota 27 dabran keessatti yakkoota dhiittaa mirga dhala namaa suukanneessoo lammiilee nagaa irratti raaw’achaa turuutti shakkaman keessaa hanga tokko seeratti dhiheessuu… Read More »