Daily Archives: November 30, 2018

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Sadaasa 30, 2018

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Sadaasa 30, 2018 SBO SADAASA 30,2018. Oduu, Ibsa ABO fi Hiriira magaalaa Naqamtee ilaalchisee gaaffii fi deebii dargaggoo Nimoonaa waliin taasisame.  

Oromia police killed near Benishangul-Gumuz as violence continues

Oromia police killed near Benishangul-Gumuz as violence continues By Ermias Tasfaye, Mistir Sew November 30, 2018 Woreda security head claims 38 Oromo killed on Nov. 21 Local officials accuse the federal government of inaction Ruling party, opposition, and activists blame… Read More »

Ajjeechaan Ummata Keenya Irratti Gaggeeffamu Dhaabbachuu Qaba !

Ajjeechaan Ummata Keenya Irratti Gaggeeffamu Dhaabbachuu Qaba ! (Ibsa ABO – Sadaasa 30, 2018) Duulli ajjeechaa yeroo ammaa karaa Dhiha Oromiyaa hidhattoota maqaa Ummata Gumuziin hidhachiifamanii sosso’aniin Oromoota naannoo sanaa irratti gaggeeffamaa jiru sadarkaa hedduu yaaddessaa tahe dhaqqabee jira. Bulchiinsi… Read More »