Daily Archives: December 2, 2018

Cabaan Lamaan Fayyaa Tokko Tahuu hin Danda’u!

Cabaan Lamaan Fayyaa Tokko Tahuu hin Danda’u! Damee Boruu tin: Muddee 2, 2018 Yaroo hooggantoonni KFC Dr. Mararaa, Obbo Bakalee fi gareen isaan wajjinturan mana hidhaa keesaa hiikaman, Uummatni Oromoo kumaata dhibaan bahee isaan simachaa fi gammachuu isaa akka ibsachaa ture… Read More »