Daily Archives: December 3, 2018

Magaalota Oromiyaa hedduu keessatti hiriirri mormii ajjeechaa balaaleffatu bahame

Magaalota Oromiyaa hedduu keessatti hiriirri mormii ajjeechaa balaaleffatu bahame Muddee 3, 2018 (BBC Afaan Oromoo) — Hirirri mormii ajjeechaa poolisoota Oromiyaa naannoo Daangaa Beenishaangul Gumzitti raawwatame balaaleffatu fi ajjeechaan Oromoota irra gahaa jiru akka dhaabatu gaafatu magaalota Oromiyaa garaagaraa keessatti… Read More »

Hiriira Wayyee Magaala Finfinnee fi Buqa’insa Ummata Oromoo irra Gahaa jiru

Hiriira Wayyee Magaala Finfinnee fi Buqa’insa Ummata Oromoo irra Gahaa jiru Magaalaan Finfinnee Hektaara (54,000ha) kan jedhu shiraafi gidiraa wayyaaneen qonnaan bulaa oromoo qe’eefi qabeenya ittin dhabsiiftedha. Baldhinni magaalaa Finfinnee inni dhugaan heektaara (20,000ha) qofa. Hektaarri kumni (34 000ha) lafa… Read More »

Seenaa Magaalaa Finfinnee Kana Dubifneefi Kana Dhagenye Irra

Seenaa Magaalaa Finfinnee Kana Dubifneefi Kana Dhagenye Irra Adem_Misoma Irraa, Muddee 2, 2018 SEENSA Barruu kana keessatti seenaa, Finfinnee yaada baayyee gababdu irraa dubbadheen yaadan ka’efattin darba. Kun seensaaf seenaa, Finfinnee isin yaadachisuuf male seenaa, Finfinnee wali gala miti. Yoo… Read More »

Seenaa Oromoota Shaggar (Finfinne) – Kutaa I, II, III

Seenaa Oromoota Shaggar (Finfinne) – Kutaa I, II, III Repost from July 27, 2018 Taammanaa Bitimaa tin, 09.12.2003  Kutaa Tokkoffaa Seenaan Oromoo Gullallee akkuma seenaa Oromoota kaanii nama gaddisiisa, nama boochisa, haaridhaan ilkaan nama ciniinnachiisee, xiiqii garaa nama kaayee, booree… Read More »