Daily Archives: December 19, 2018

Oduu Gara Garaa – Mudde 19, 2018 (BBC, VOA, OMN, ONN)

Oduu Gara Garaa – Mudde 19, 2018 (BBC, VOA, OMN, ONN)

Addiction Relapse: The EPRDF defense force has declared war on Oromo and the OLF

Addiction Relapse: The EPRDF defense force has declared war on Oromo and the OLF With a short brief issued earlier this morning, the EPRDF defense force has brazenly declared war on OLF and its supporters. One may wonder why. The… Read More »

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Muddee 19, 2018

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Muddee 19, 2018 SBO MUDDE 19, 2018. Oduu, Ibsa ABO fi marii miseensota ABO Godina Qellem Wallaggaa fi walgahii koree hoji-geggeessituu hojii ABO Godina Lixa Arsii irratti marii hirmaattota waliin taasisame 

Akeekni Mootummaan uummata nagaa Oromootti waraana bansiisuufi banuun daguuggaa sanyii nurratti raawwataa jiru gama kamiinuu balaaleffatamaadha!

Akeekni Mootummaan uummata nagaa Oromootti waraana bansiisuufi banuun daguuggaa sanyii nurratti raawwataa jiru gama kamiinuu balaaleffatamaadha! Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo, Mudde 18,2018 Finfinnee, Oromiyaa (Qeerroo) — Duulli ajjeechaa gara jabinaa ilmaan Oromoo irratti daangaa Oromiyaa maraan raawwataa akkuma ture ammas… Read More »

MIDROC’S CRIMES: continued denials of health, social and environmental disasters in the making

MIDROC’S CRIMES: continued denials of health, social and environmental disasters in the making By Ibsa Abdi, Dec 19, 2018 MIDROC claims that the chemical discharged from its mining site does not have an adverse health impact on infants, mothers and… Read More »

Dr. Abiy and Lemma has decided to continue TPLF’s genocide against the Oromo people to hold onto power

Dr. Abiy and Lemma has decided to continue TPLF’s genocide against the Oromo people to hold onto power By Abbaa Ormaa, PhD, December 19, 2018 Like millions of Oromo I watched Ambassador Suleiman Dedefo’s account of the past 28 years… Read More »

Oromoon golee Oromiyaa hundaatti dhiigaa, ajjeefamaa fi buqqa’aa jira! Eenyu yakkoota kana hundaaf kan itti gaafatamu?

Muddee 18, 2018 Falmataa Haqaa, Uummati Oromoo Fincila Diddaa Gabrummaa fi Fincila Xumura Gabrummaa wal-irraa hin citnee waggoota dheeraaf geggeessen harsaa qaalii kaffaluun mootummaa nama-nyaataa EPRDF dadhabsiisee sadarkaa kufaatiin ga’uun isaa kan beekamudha. Haa ta’u malee, akkaataa itti Fincilli Oromoo… Read More »