Monthly Archives: January 2019

Lama Du’uun Hamaa Dha!

Lama Du’uun Hamaa Dha! Damee Boruu:1/31/2019 Bara 1992 WBOn kuma digidamaa ol tahu akka kaampi galuu murtaa’e. Mootumman EPRDF malaamaltumman itti murteesse macaqi godhee fixe. Walii galtee ABO fi EPRDF jiddutti godhame irratti yaroo hundaa kan komatamu Obbo Leencoo Lataa,… Read More »

Xalayaa banaa: Araara ABO fi ODP jidduutti taasifame laalchisee, gammachuu fi yaaddoo nutti dhagayamu ibsachuu

Xalayaa banaa: Araara ABO fi ODP jidduutti taasifame laalchisee, gammachuu fi yaaddoo nutti dhagayamu ibsachuu Global Gumii Oromia 6909 Laurel Ave Tacoma Park, MD 20913 Secretariat: (202) 509-1187 http://www.globalgumiioromia.com Guyyaa: Amajjii 27, 2019 Dhimma: Xalayaa banaa: Araara ABO fi ODP… Read More »

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Amajjii 30, 2019

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Amajjii 30, 2019 SBO AMAJJII 30 Bara 2019. Oduu, Ajjechaa Godina Iluu Abbaa Booraa fi Hidhaa fi Dararaa Godinoota Shaggar Lixaa fi Wallaggaa Lixaa irratti gaaffii fi deebii namoota adda addaa waliin taasisame.

Oromos must seize historic opportunity

Oromos must seize historic opportunity By Olaana Abbaaxiiqi, January 27, 2019 (Ethiopian Insight) — Now that oppression has finally ended, all Oromo political leaders need to set aside their grudges and work together to build on a genuinely historic moment… Read More »

 The triumphant and challenges of the Oromo Gadaa institution after the Oromo peace accord of the century

The triumphant and challenges of the Oromo Gadaa institution after the Oromo peace accord of the century By Aba Orma (PhD), January 26, 2019 DAWUD IBSA AYANA THE GAME CHANGER! The success or failure of the Oromo peace accord spearheaded… Read More »

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Amajjii 25, 2019

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Amajjii 25, 2019 SBO AMAJJII 25, 2019. Oduu fi Haasaa Hayyu-Dureen ABO Jaal Daawud Ibsaa Amajjii 22,2019 Araara ABO fi Mootummaa Itophiyaa gidduutti maanguddummaa Abbootii Gadaa Oromiyaatiin Finfinnee Galma Giddu Gala Aadaa Oromootti taasisame irratti dubbatan

Yaadaa fi Yaaddoo Waa’ee WBO Ilaalu

Yaadaa fi Yaaddoo Waa’ee WBO Ilaalu: Damee Boruutin: Amajjii 2/2019 Waan hundaa duraa araara buusuuf Abbootiin Gadaa fi Haatii Siiqqee yaalliin gochaa jiran dadhabii eebisaa akka tahe hubatamuu qaba. Warri aadaa fi duudha Oromoof dhaabbannuu fi kabjinu dadhabinni isaani kun… Read More »

Ajajaa Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) Zoonii Dhihaa, Jaal Kumsaa Dirribaa (Jaal Marroo)

Ajajaa Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) Zoonii Dhihaa, Jaal Kumsaa Dirribaa (Jaal Marroo) Amajjii 24, 2019 Hayyee akkam ooltan naguma jirtuu? baga nagaa taatan! Nullee nagaa keenya Rabbiif haa galatu. Ajajaa Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) Zoonii Dhihaa, Jaal Kumsaa Dirribaa (Jaal… Read More »

Ethiopia says 13 000 granted amnesty

Ethiopia says 13 000 granted amnesty January 22, 2019 (AFP) — Ethiopia on Tuesday said it had granted more than 13 000 people amnesty as part of a broad reform agenda pushed by Prime Minister Abiy Ahmed, state media said.… Read More »

Unjustified War Against Oromo People (War Against Wbo Is War Against Qeerroo)

Unjustified War Against Oromo People (War Against WBO is War Against Qeerroo) By Worku Burayu (PhD), January 21, 2019 Summary: (1) The present war by Ethiopian Peoples’ Revolutionary Democratic Front (EPRDF) against Oromo people is the continuation of politics by… Read More »