Daily Archives: January 13, 2019

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Amajjii 13, 2019

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Amajjii 13, 2019 SBO AMAJJII 13, 2019. Oduu, Ibsa ABO, Godina Qellem Wallaggaa Ona Gidaamii keessatti Ummata nagaa keessatti meeshaalee gugurdaa Helekopterootni mootummaa EPRDF dhukaasaniin jeequmsa ummata mudate irratti marii jiraataa naannoo waliin, akkasumas Godinuma ka

Maaltu deemaa jira, Oduu gara garaa, Amajjii 13, 2018

Maaltu deemaa jira, Oduu gara garaa, Amajjii 13, 2018 Via Dhaabasa Akkuma beektu ani hojjetaa bankii saamame kan Caanqaati. Amma Asoosaattan baqadhee jira. Soba mootummaan oofu argeen aaree si barresse. Dhugaan jirtu WBOn baankii keenya utuu saamuu barbaadee dur saama… Read More »

Obbo Ibsaa Guutamaa: Yeroo cehumsaa Afaan Oromootiin akka baratamuuf quuqamaan hojjenne

Obbo Ibsaa Guutamaa: Yeroo cehumsaa Afaan Oromootiin akka baratamuuf quuqamaan hojjenne BBC: Dhaloota Fidalaafi Dhaloota Qubee yeroo jettan dhaga’amtu. Maal jechuudha? Obbo Ibsaa: Hawaasni Oromoo gulantaalee sirna Gadaatiin bakka garagaraatti qoodama. Waggaa saddeet saddeetin qoqqoodama. Gulantaa walfakkaataa wagga saddeetii keessa kan… Read More »

Yaamicha Nagaa Abbootii Gadaa fi Siiqqeedhaan Dhihaate ABOn Kabajaadhaan Simata

Yaamicha Nagaa Abbootii Gadaa fi Siiqqeedhaan Dhihaate ABOn Kabajaadhaan Simata (Ibsa ABO – Amajjii 13, 2019) Qabsoo Ummatni Oromoo Bilisummaa sarbame deebisee gonfachuudhaaf baroota dheeraaf gaggeessee fi wareegama ulfaataa itti baaseen, akkasumas, qabsoo Ummatootni Itoophiyaa hafan gaggeessaniin haalli siyaasaa Itoophiyaa… Read More »

A way to dictatorship and red terror (in pictures). PM Abiy Ahmed’s ambitions

A way to dictatorship and red terror (in pictures). PM Abiy Ahmed’s ambitions The following video shows an attack on Jan 12, 2019. The same as previous regime. The regime of PM Abiy Ahmed must be condemned by the human… Read More »

ABOn Saamicha Hin Gaggeessu

ABOn Saamicha Hin Gaggeessu Damee Aadaa fi Beeksisa ABO,  Amajjii 12, 2019 ================== Mootummaan Itoophiyaa yeroo adda addaatti Olola dharaa oomishee babal’isuudhaan maqaa Adda Bilisummaa Ormoo xureessuuf carraaqaa ture. Har’as ittuma jira. Ololli dharaa kun jaalala Addi Bilisummaa Oromoo Ummata biratti… Read More »