Daily Archives: January 19, 2019

Mootummaan Itoophiyaa Miseensotaa fi Hoogganoota ABO Irratti Gaggeessu Hatattamaan Akka Dhaabbatu Gaafanna !

Mootummaan Itoophiyaa Miseensotaa fi Hoogganoota ABO Irratti Gaggeessu Hatattamaan Akka Dhaabbatu Gaafanna ! (Ibsa ABO – Amajjii 19, 2019) Jimaata kaleessaa (Amajjii 18, 2019) Hoogganoota ol’aanoo ABO keessaa tokko kan tahan Miseensa Shanee Gumii fi Gaafatamaa Damee Siyaasaa ABO Jaal… Read More »

Jaal Marroon Kunuusifamuu Qaba!

Jaal Marroon Kunuusifamuu Qaba! Damee Boruu: 1/19/2019 Jaal Marroon ija firaa fi diinaa keessa seenee jira. Firri isaa isa jaalata. Isa mararsiifata. Akka umurii bara dheeraa qabatu hawwaaf. Waaqas ni kadhataaf. Tumsa, gargaarsa, eggannaa fi tuhannaa danda’u maraa godhaaf. Diinni… Read More »

Miseensota fi Deegagrtoota ABO Hidhaman

Miseensota fi Deegagrtoota ABO Hidhaman #Updated: Miseensota fi Deegagrtoota ABO Hidhaman ==== BECAUSE THEY ARE OROMO, ================= Jabeessaa Gabbisaa MSGABO Amaan Filee BBWABO NAQAMTEE Bulii Ejjeetaa BBKSABO Galgaloo Waariyoo Dambii Tashoomaa Iddoosaa Taaddasaa Obbo Balaay Yaadataa Gimbii Koloneel Gammachuu Ayyaanaa… Read More »